#Gorsa dhiiroota qofaaf😋
1. Surree jiinsii irratti kootii suufii hin uffatin!😏
2. Durba tokkoon sin jaalladha jetteenii gaafa isheen si diddu, kadhachaa hin oolin maal ishee malee durbi kan biraan hin jirtu seetemoo?🤔
3. Nama hin hamatin, Nama hamachuun amala shamarranii qofa😁
4. Ammaa amma suuraakee story hin godhatin, kun dhiira irraa hin eegamu.🥴
5.Gaafa durbi tokko hy siin jettu, takka cal jedhii ilaali dhiirri yooma boonte gaariidha.😎
Dhiirotni Akka koo tahaa baqqa 😂😂
Share➡️ @qoosaa_oromoo