Gaazexessa ilmaan meeqa qabdu ?
Abbaa ilmaan 4 qaba hunduu mana koo jiraatu
1ffan.Doktora
2ffan.injinara
3ffan.Phd qaba
4ffan.Hattudha
Gaazexessa Isa hattu san maaf ofirra hin ariitu ree ?
Abba= maati kana hunda kan sooru isa hattu sani.kan dalaga qabus isa qofa.😁
Share➬ @qoosaa_oromoo