MUCAYYOO_JARJARTUU
Ganama osoon gara hojii deemaa jiruu naannoo Balaan konkolaataa itti dhaqqabetti gore. Uummanni Baay'ee itti marsee dhaabbachaa jira, osoo dhaabbannee ilaallu Mucayyoo tokko gara duubaatii akkas jechaa fiigaa dhufte waansa ilaaluuf jecha Kan Rukutame Fira kootii na Dabarsaa na dabarsaa jettee yeroo kana namoonni dhaabachaa jiran akka isheen fuula-duratti baatee ilaaltuuf carraa laataniifi fuuladuratti baasan.
.
Wanti Baay'ee Nama Ajaa'ibu garuu ❗️ Rukutamee kan ciisaa jiru Harreedha.😁😁
Share➬ @qoosaa_oromoo