Gurbaa Tokkotu Bara Class Baratu Kutaa Barumsaa Keessa Taa'ee Yaada Bada Ture Jedhama🤣
Yemmuu Yaadaan Badu Kanammoo Waan Barsiisaan Jedhu Dhaga'uu Dhiisee,Liccuu Karaa Uraa Guutuu Qorqorroo Jalaan Ol Lixxee Gad Baatu Taa'e Ilaala Ture.Utuuma Liccuu Sana Ilaaluu Walakkaan Liccuu Sanaa Uraa Qorqorroo Sana Keessa Lixxee Eegeen Isheemmoo Alatti Hafte😁
Jennaan Barsiisaanimmoo Akkanni Yaadaan Barnoota Dheggeeffachuu Duukaa Hin Jirre Bareetu, Ati Maaliif Yaadaan Baddaa? Mee Waanan Amma Jedhee Barsiisaa Ture Hundi Siif Galeeraa"? Jedhee Barataa Kana Gaafate😄
Barataan Kun Yoo Maal Jedhe Gaariidha Seetan😂
"Eeyyee Eegeeshee Qofatu Alatti Hafe Malee Ol Galteetti"Jedheen😁
Share➬ @qoosaa_oromoo