Gaafa rakkoo wal xaxaatti seentu fira hin qabdu. Yeroo haalonni sitti ulfaatanii humna keetii ol ta'anitti namuu si cinaa hin dhaabbatu. Inumaa inni duraan si cinaa jiruyyu sitti jijjiiirama.
Si dheessa. Firri amala sitti jijjiirrata. Hiriyyaan sababa barbaadee si baqata. Rakkoo bitaan sitti dhufe furuuf utuu kaattuu mirgaan rakkoon biraa sitti dhufa. Rakkoof rakkoon gidduutti si galfatu.
Yeroo kana abdii hin muratiin. Ofis ta'e nama irratti tarkaanfii fudhachuu akka furmaataatti hin filatiin. Hagamuu haa cimu rakkoof harka hin kenniin. Nama kam irrallee abdii hin kaayatiin. Ofumaa ciniinnadhuu keessaa bahi. Injifadhu. Ofumakee ofii birmadhu.
Guyyaa jabaattee rakkoo kee injifattu firri kee baay'eedha. Warri kufte jedhee rakkoo keessatti si dhiisee deemes ni dhufa. Bu'aa ba'iin kun amaluma jireenya lafa kana irraati. Via Nagaa Jabaadhu!
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾