❌ Shiggirreen yookaan haadduun akka malee qaradha, garuu muka muruu hin dandeessu.
❌ Qottoon akka malee jabaadha garuu
rifeensa muruu hin danda'u.
✅Namnis akkaataa yeroo fi kaayyoo isaatiin barbaachisaadha. Gatii namaa waan hin beekneef gatii nama hin dhabsiisin!
Hariiroo Jaalalaa ❤️
❌ Qottoon akka malee jabaadha garuu
rifeensa muruu hin danda'u.
✅Namnis akkaataa yeroo fi kaayyoo isaatiin barbaachisaadha. Gatii namaa waan hin beekneef gatii nama hin dhabsiisin!
Hariiroo Jaalalaa ❤️