Gosa 𝖧𝖺𝗋𝗂𝗂𝗋𝗈𝗈 - 𝖧𝖺r𝗂𝗂𝗋𝗈𝗈 𝖭𝖺𝗆𝗈𝗈𝗍𝖺𝖺 𝖦𝗈𝗌𝖺 𝖲𝖺𝖽𝗂𝗂𝗇 𝗂𝗅𝖺𝖺𝗅𝗎𝗎 𝖣𝖺𝗇𝖽𝖾𝖾𝗇𝗒𝖺
Jireenya kee keessatti namoota 𝗁𝖺𝗋𝗂𝗂𝗋𝗈𝗈 gosa sadii 𝗊𝖺𝖻𝖺𝗇𝗍𝗎 jiru. (THE 3 TYPES OF PEOPLE 𝖱𝖾𝗅𝖺𝗍𝗂𝗈𝗇𝗌𝗁𝗂𝗉 IN YOUR LIFE!)
➊. 𝖧𝖺𝗋𝗂𝗂𝗋𝗈𝗈 namootaa akka baala 🌿 (𝚃𝚑𝚎 𝚕𝚎𝚊𝚏 𝚛𝚎𝚕𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗𝚜𝚑𝚒𝚙 𝚙𝚎𝚘𝚙𝚕𝚎!)
➋. 𝖧𝖺𝗋𝗂𝗂𝗋𝗈𝗈 namootaa akka damee🌵(𝚃𝚑𝚎 𝚋𝚛𝚊𝚗𝚌𝚑 𝚛𝚎𝚕𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗𝚜𝚑𝚒𝚙 𝚙𝚎𝚘𝚙𝚕𝚎!)
➌. 𝖧𝖺𝗋𝗂𝗂𝗋𝗈𝗈 namootaa akka hiddaa! (𝚃𝚑𝚎 𝚛𝚘𝚘𝚝 𝚛𝚎𝚕𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗𝚜𝚑𝚒𝚙 𝚙𝚎𝚘𝚙𝚕𝚎)
Hariiroo Namootaa akka baalaa: 𝖶arri 𝗄un namoota yeroo tokkoof qofa jireenya kee keessa dhufaniidha. Isaan irratti hirkachuu hin dandeessu; sababni isaas isaan hariiroo dadhabaa waan qabaniif, waan barbaadan qofa fudhachuuf gara kee dhufu, garuu yoo qilleensi dhufu ni deemu. Namoota kana irraa of eeggachuu qabda! Sababiin isaas yeroo itti tole si jaallatu. Garuu yeroo qilleensi dhufu si dhiisanii deemu.
Hariiroo Namootaa akka Damee: Isaan kun cimoodha garuu, isaan irrattis of eeggannoo gochuu qabda. Jireenyi yeroo cimaa ta'u ulfaatina baay'ee dandamachuu hin danda'an. Sirraa adda ba'u! Yeroo tokko tokko si bira turuu danda'u garuu yeroo haalli itti ulfaatu ni deemu.
Hariiroo Namootaa akka Hiddaa: Namoonni kun waan mul'atu waan hin hojjenneef baay'ee barbaachisoodha. Deeggarsa yeroo rakkisaa keessa ittiin darbitu bishaan si obaasu. Raafamuu keetiin hin socho'an akkasitti si jaallatu. Ati jaallattes dhiistes ofumaan si jaallatu. Garuu of hin agarsiisan! Jireenya keessatti namoota ati qunnamtu yookiin waliin hariiroo qabdu hundi si dhiisanii deemu; gosa hariiroo namootaa hiddaa qofatu si biratti hafa. Isaan jabeessi!
Hariiroo Jaalalaa ❤️