❤️ Rakkoo hundumaa wajjin boqonnaan dhufa.
Halkan hundumaa boodas guyyaan ni dhufa, guyyaa hundumaa boodas halkan ni dhufa, kanaaf kun marsaa jireenyaa yeroo hunda jiruudha.
🔺️ Yeroo hunda bishaan olka’aan yoo jiraate lolaa ni uuma, inniinuu ni jiraata. Kanaaf jireenya keessatti wanti hundi marsaa qaba. Yeroon hamaan kamiyyuu akkanumatti yeroo gaariin akka hordofu nan hubadha.
Love message ❤️