Dr Abiy Ahmed Pirezidaantii ta’uun irra deebiin filataman.
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta’uun ammas filatamaniiru.
Yaa’ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa oolmaasaa guyyaa 3ffaan Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartichaa taasisuun sagalee olaanaan filachuu hime.
Pireezidaantii paartichaa ta’uun kan filataman Dooktar Ahimad akkaataa Dambii paartichaan hirmaattoota fulduraatti kakuu raawwataniiru.
Haaluma walfakkaatuun Obbo Tamasgeen Xurunaa fi Adam Faaraah pireezidaantota itti aanaa ta’uun filatamaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡