Репост из: Cooperative Bank of Oromia
Aaga Dhagahaa!
=============
Waggaa 20ffaa hundeeffama Baankii keenyaa sababeeffachuun, baatii kana sagantaa ‘’Hirmaadhaa Badhaafamaa'’ jedhu hirmaattota 20 (torban torbaniin, hirmaattota shan torbee afuriif) badhaasuuf qophoofneerra.
Dorgommiin keenya Wixata yeroo mara kan dhiyaatu yoo ta’u, ulaagaa hunda guutanii irratti hirmaachuun, DURSANII deebii sirrii deebisuu yoo ta’u, sadarkaa 1ffaa hanga 5ffaa kan bahan, tokkoo tokkoon isaanii qarshii 5,000 (Kuma shan) badhaafamu.
Har'a (Wiixata), sa'a muraasa booda nu eegaa; hangasittis hiriyyoottan keessanis afeeraa!
Qajeelfamoota Dorgommichaa:-
1. Gaaffichi fuula miidiyaalee hawaasaa keenya hunda irratti kan dhoobamu yoo ta’u, deebiin isaa karaa fuula Facebook keenyaan toora kenniinsa yaadaa (Comment) qofaan deebifama.
2. Deebii jalqaba kenname gara kamittuu sirreessuun (Edit gochuun) fudhatama hin qabu.
3. Deebii sirrii fi maqaan mo'attootaa guyyoota itti aanan 3 booda ifa godhama.
4. Injifattootni, erga maqaansaanii ifa godhamee kaasee, guyyoota 2 keessatti karaa keessoo (Inbox) Facebook keenyaan nu quunnamuun, badhaasasaanii fudhachuu qabu.
5. Badhaafamtootni maatii (follower) fuulawwan miidiyaa hawaasaa keenyaa ta’uu qabu.
Carraa Gaarii!
የምስራች!
======
የባንካችንን 20ኛ ዓመት የምስረታ በዓል ምክንያት በማድረግ በዚህ ወር ''ይሳተፉ ይሸለሙ'' በሚል መጠሪያ በየሳምንቱ አምስት፣ አምስት ተሳታፊዎችን ለመሸለም ተዘጋጅተናል።
ሰኞ፣ ሰኞ በሚቀርበው ውድድራችን ሁሉንም መስፈርቶች አሟልቶ በመሳተፍ ቀድሞ ትክክለኛ መልስ መስጠት ሲሆን ከ1ኛ - 5ኛ የወጡ እያንዳንዳቸው ብር 5,000 (አምስት ሺህ) የሚሸለሙ ይሆናል። ዛሬ ሰኞ ከጥቂት ሰዓታት በኋላ ይጠብቁን፤ እስከዛም ጓደኞችዎንም ይጋብዙ!
የውድድሩ መመሪያዎች፦
1. ጥያቄው በሁሉም የማህበራዊ ትስስር ገፆቻችን የሚቀርብ ሲሆን መልሱን በፌስቡካችን የሀሳብ መስጫ (Comment) ብቻ መመለስ አለበት።
2. በመጀመሪያ የተሰጠ መልስ በምንም መልኩ ማረም /ኤዲት ማድረግ/ ተቀባይነት አይኖርውም።
3. ትክክለኛው መልስና የአሸናፊዎች ስም ከ3 ቀን በኋላ ይፋ ይሆናል።
4. አሸናፊዎች፣ ስማቸው ከተገለፀ በኋላ በ2 ቀናት ውስጥ በፌስቡካችን በውስጥ (Inbox) በመገናኘት ሽልማታቸውን መውሰድ ይችላሉ።
5. ተሸላሚዎች፣ የማህበራዊ ትስስር ገፆቻችን ተከታይ (Follower) መሆን ይኖርባቸዋል።
መልካም ዕድል!