🤯Mana Qarshii Doolaaraa Miiliyoona 12.9.
🔥Manni Kun Mana Nama Taatoo beekkamaa Hooliwuud ta'e kan Haarisoon Ford jedhamuuti.
🔥Dhihoo Kana Qarshii Doolaara Miiliyoona 12.9 'n bitate. Birrii Keenyaan Immoo Naannoo Qarshii Biiliyoona 1 fi Miliyoona 622 ta'a.
🔥Qarshii Hamma Kanaan Manni Inni Bite Balaa Ibiddaa Magaalaa Loos Anjiles Ameerkaatti Mudachaa jiruun Jala Barbadaa'eera!.
🤔Maal Jechuun Barbaade Seetan👇
Luqaas 12:15
15 Kanatti fufee hunduma isaaniitiin, “Ilaalladhaa, sassata hundumaattiis of eeggadhaa! Jireenyi eenyuu illee baay'ina qabeenya isaa irra hin dhaabatu” jedhe.
🔔GWP-Media 📺
🔥Join and Share 🙏🙏🙏
═🌟═🌟═🌟•🌟•🌟═══╗
https://t.me/Gosp22
https://t.me/Gosp22
https://t.me/Gosp22
═🌟═🌟═🌟•🌟•🌟═══╝