💡Macaafa Fakkeenyaa 4:20-27
🙌 Nagaadhaan Nuuf Oola❣️❣️
🔔GWP-Media
|| Sagalichi Jireenyadha!
📥Yaada Yoo Qabaattan Asirratti nu dubbisa
👉🏼@Believe_In_Christ79
🔴JOIN US ON || Nutti Makamuf
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
👉🏼 https://t.me/Gosp22
👉🏼 https://t.me/Gosp22
👉🏼 https://t.me/Gosp22
20 Yaa ilma ko, dubbii koo dhaga'i, gurra kees gara wanta ani jedhuutti qabi!
21 Isaan ija kee duraa hin dhabamin, yaadatti isaan qabadhu!
22 Isaan nama isaan argateef jireenya, guutummaa dhagna isaatiifis fayyina;
23 wanti jireenyaaf barbaachisu yaada garaa keessaa waan ba'uuf, yaada kee ba'eessa godhii eeggadhu!
24 Jal'ina dubbachuu afaan keettii, dubbii micciiramaas arraba keettii fageessi!
25 Iji kee kallattiidhaan qajeelchee haa ilaalu, wanta ija kee dura jiru duwwaa ilaali!
26 Irra adeemuudhaaf akka ta'utti, daandii kee wal qixxeeffadhu! Yommus adeemsi kee hundinuu siif in qajeela;
27 gara mirgaatti yookiis bitaatti hin gorin, miilla kee wanta hamaattii deebisi!
🙌 Nagaadhaan Nuuf Oola❣️❣️
🔔GWP-Media
|| Sagalichi Jireenyadha!
📥Yaada Yoo Qabaattan Asirratti nu dubbisa
👉🏼@Believe_In_Christ79
🔴JOIN US ON || Nutti Makamuf
🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻
👉🏼 https://t.me/Gosp22
👉🏼 https://t.me/Gosp22
👉🏼 https://t.me/Gosp22