Фильтр публикаций


Репост из: Jabeessaa WBO
Mucaa Arsii kana Erga Ajjeessanii Raawwatanii n Boodas Reeffa isaa Ittiin taphatanii Awwaaluufis Qarshii 50k gaaffatan Jedhu.!!!!

#አሳዛኝ_መረጃ፦ይህን የምትመለከቱት ወጣት በምሥራቅ አርሲ ዞን ጀጁ ወረዳ ላይ ስሙ #ሀሰን_ኑራ የተባለ ከገደሉት በኋላ ቤተሰብ ወስዶ ለመቅበር 50ሺ ብር ጠይቀዋል ተብሏል የሚሠራበት ቦታ ድረስ ሄደው ነው የገደሉትም ተብሏል....የናንተን አረመኔነት ሴጣን እንደሚቀናበት ድሮም ስንል ነበረ!


Репост из: Jabeessaa WBO
#መረጃ፦አሁን ከመሸ ማለትም በ17/01/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዕዝ በዓላማ ፅናት ዘመቻ በሰሜን ሸገር ሰላሌ ዞን ያያ ጉለሌ ወረዳ ፊቼ ከተማ አስተዳደር ውስጥ በመግባት የፋሽስቱን ወታደራዊ ካምፕ እየወቃው ይገኛል.....


Репост из: Jabeessaa WBO
W/L Gimbii
Amma galgala kana sa'atii 2:00 tti gimbii naannoo baddeessaa makkoo jedhamutti milishaan dargaggoo maqaan isaa #Abbushe  jedhamu   rasasa itti roobsitee ajjeeste jirti.

Oromiyaan biyya

#መረጃ፦አሁን ከመሸ ማሉትም በ17/01/25 በምዕራብ ወለጋ ዞን ጊምቢ ከተማ ውስጥ ልዩ ስሙ በዴሳ መኮ በተባለ ቦታ ሚሊሻ አንድ ወጣት ስሙ #አቡሽ የተባለን በጥይት ደብድበው ገለዋል....


Репост из: Jabeessaa WBO
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ኢምፓየሪቱ እንዲህ በየቦቴው የሰውን ልጅ ፍጹም በአረመኔያዊ ሁኔታ እየበላች ትገኛለች......ሚደረጉት ሁሉ እንዲህ እና እንዲህ ዓይነት ናቸው.....ህዝባችን ከምንጊዜውም በላይ ጠንክሮ መታገል አለብን ወገኔ! መላው ህዝባችን የዘመናት በጀርባችን ላይ የተነጠፈች ኢምፓየር ላንዴና ለመጨረሻ ጊዜ እንበጣጥሳታለን

እናንተ ልባችን ፍራቻን እንዲይዝ ይሆናል ፍላጎታችሁ.....ግን...በቀልን አርግዟል...

እናንተ እንድንፈራችሁ ይሆናል ፍላጎታችሁ.....ግን....እኛ ግን ናቅናችሁ ተጠየፍናችሁ የሚንተከተክ እሳትና ጨብጠን ልንጋፈጣችሁ ወተናል.....

ማሎ! እያለ ወገኔን በላው ጭራቁ....እህ ለሚኮ!


Репост из: Jabeessaa WBO
W/L Gimbii
Amma galgala kana sa'atii 2:00 tti gimbii naannoo baddeessaa makkoo jedhamutti milishaan dargaggoo maqaan isaa #Abbushe jedhamu rasasa itti roobsitee ajjeeste jirti.

Oromiyaan biyya

#መረጃ፦አሁን ከመሸ በምዕራብ ወለጋ ዞን ጊምቢ ከተማ ውስጥ ልዩ ስሙ በዴሳ መኮ በተባለ ቦታ ሚሊሻ አንድ ወጣት ስሙ #አቡሽ የተባለን በጥይት ደብድበው ገለዋል....


Репост из: Jabeessaa WBO
#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ17/01/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት የደቡብ ምሥራቅ ዕዝ ሥር የጃል ነdhi ገመዳ ብርጌድ በዓላማ ፅናት ዘመቻ በምሥራቅ አርሲ ዞን ሲርካ ወረዳ ሶሌ ዲገሉ ቀበሌ ላይ አመሻሽ ላይ ማለትም ከ5:00pm-6:00pm ሰዓት ድረስ ካምፓቸውን ከቦ በወሰደው እርምጃ 12 ቀርጥፎ 7 ክፉኛ በማቁሰል 1 ማርኳል....


Репост из: Jabeessaa WBO
#Eeruu
Jeneraalonni PP sa'atii ammaa kanatti 9:30pm irratti Lixa Oromiyaa aanaa Baakkoo tti wal ga'ii teessee jirti. Dhimmi isaa akka keessoon argannetti boor irraa eegalee sakata'iinsa goona kan jedhu ta'uu bira geenyeerra. Kanaaf Jaallan toora kanaa of eegganoo godhaan dhaamsa.


Репост из: Jabeessaa WBO
Garboonfattoota Adduunyaa kana irraa Turan keessaa gochaa gara jabiina Akka kanaa Ummaata nagaa irraatti raawwate hin jiru.
Oromoo Sirna kana ofirraa jmkuffisuuf harras Furmaatni jiru waarana kee WBO jabeeffachuudha.

#መረጃ፦ይህን ምስኪን ወጣት በአሰቃቂ ሁኔታ ሲረሽኑት ሌላው መቀጣጫ እንዲሆን ነው ተብሎ ታስቦ ነገር ግን......እንዲህ ታንበረክኩን ይሆን እንዲህ?? እየጨፈጨፋችሁ ፍርሀትን የምትከቱብን ይመስላችሁ ይሆንን??....ልባችን ለበቀል ትሞሉታላችሁ ለበቀል ታነሳሱናላችሁ

ይህ ወጣት በምዕራብ ወሉጋ ዞን ቦጂ ቢርመጂ ወረዳ ሂdhaቡ ቀበሌ ኗሪ የነበረ ሲሆን ስሙ #አማኑኤል_ኤፍሬም ሲባል በ13/01/25 የተረሸነው....


Репост из: Jabeessaa WBO
"Ajjeechaan Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Itti Fufe

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa ona Horroo Bulluq Ganda Laaloo Igguu Amajji 16,2025 waraanni pp hawaasa nagaa ajjeesuu amaleeffatee ajjeesaa turee fi ammallee itti jiru Oodii keessaa osoo xaafii qulleessaa jiranii maatii obbo Balaay Filee Soorii irratti dhukaasa banuun maatii tokko keessaa abbaa fi ilma maqaan isaanii Obbo Balaay Filee Soorii fi ilma isaanii dargaggoo Bilisaa Balaay walirratti ajjeesisuun haadha warraa Obbo Balaay kan maqaan ishee Bakkashee Hinkoosaa jedhamtu ammoo rasaasaan rukutuun yeroo ammaa hospitaala Shaambuutti ergamtee du'aa fi jireenya gidduu jirti.

Harree sodaattee dibdaaba reebdi akkuman jedhamu
Onuma Horroo Bulluq Ganda Haroo Aagaa Amajji 14,2025 waraana pp fi WBO Wal loluun waraanni pp baay'inaan dhumuu sababeeffachuun waraanni pp Amajji 16,2025 uummata Ganda sanaa walitti qabuun isintu nyaachisee nutti bobbaasa jechuun uummata rakkoon adda addaa itti wal furaa jiru doorsisaa fi reebichaa hamaa irratti raawwachaa oolte."


Репост из: Jabeessaa WBO
#INJIFANNOO

ITTI FUFINSA DUULA CICHOOMINA KAAYYOO

WBO Zoonii Lixaa Aanaa #Boojji_Coqorsaa Fiiga diina uumata daraara turte adabee Morgaan 40 ol hanga ammaa illee dirree keessa ciciisa kootta kaasa.!!!!

#መረጃ፦ዛሬ ማለትም በ17/01/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ምዕራብ ዕዝ በምዕራብ ወለጋ ዞን ቦጂ ጨቆርሳ ወረዳ ህዝብን ስያሠቃዩ የነበሩ የፋሽስት ብልፅግና ቡድን ወታደሮችን ደርሶ ሲወቃቸው ከነሱ ውስጥ 40 ተቀርጥፏል...ዘንድሮ በአይዞሽ ብቻ የሙመለስ አይመስልም ያ ብልፅግና!


Репост из: Jabeessaa WBO
Daandii guddaan Arsii Lixaa fi Bahaa wal quunnamsiisu aanaa Heeban Arsii ganda Dagaagaa keessatti sababa tarkaanfii WBOn guyyaa kaleessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen cufamee jira. Imaltootni daandii Oromiyaa keessa sochootan of eeggannoo godhaa.

Waraanni faashistii PP maqa balleessii WBOf tarkaanfii isinii fi qabeenya keessan irratti fudhachuu waan danda'uuf.

Oromiyaan ni bilisoomti.

#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ16/01/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በደቡብ ምሥራቅ ዕዝ የምዕራብና ምሥራቅ አርሲ ዞንን የሚያገናኘውን ሄበን ወረዳ ደጋጋ ቀበሌ ላይ ትልቁን መንገድ ዘግቶታል ስለሆነም ህዝባችን በኦሮሙያ ውስጥ የትኛው መንገድ ላይ ስትንቀሳቀሱ በጥንቃቄ እንድትጓዙ እንመክራለን......


Репост из: Jabeessaa WBO
#INJIFANNOO_ITTI_FUFINSA

DUULA CICHOOMINA KAAYYOO

WBO ZOONII KIBBAA KOONYAA GUJII LIXAA.
Amajji ,17/1/2025

Irree fI Gaachaana ummata oromoo kan ta'e WBOn zoonii kibbaa konyaan Gujii lixaa
Duula Itti fufiinsaa cichoominaa kaayyoo sababeeffachuun humna diinaa Aanaa Abayaa Ganda Dibbicha jedhamu keessatti mandheffate jiru irratti tarkaanffi ganama sa'a 12:00 AM irratti fudhateen diina nama 22 ol yommuu ajjeesu,10 ol irraa madessera.
Gama meeshaatin
👉AKM_ 12
👉 Rasasa_Akm 1218
👉Rasasa Pkm_ 664
👉Hidhannoo - 13
Nyorooro pkm_1
👉🏽Kazina_27 fi bombi_1
👉Bilbilota harka shan.

IUOF!


Репост из: Jabeessaa WBO
Injifachuun Gootaaf Aadaa fi Amala.
Jabaan Waaqa
Ati Milkeessi Abbaa Haqaa.

ጀግና እውነት ይዞ ሲታገል የሚታገልለት ዓላማ በድል ይታጀባል....


Репост из: Jabeessaa WBO
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
#Oduu_gadda
kibba lixaa Shaggaar Waraanni Shiftaa Rayyaa Ittisa Biyyaa kan Jedhe Of Waamu Shanee Qallabdaa Jechudhaan Mana Hawaasa Naga Qonnaan bula Alkaan Itti Seenani Mati Mana Sana keessa Jiratu Gariin Ajjesaani Gariin tumani Caccabsani Haala Sukanneessan Gara Lafummaa tokkoo male Gubani Ajjesaan Video Waraaba
Gotummaa miti mana gubun.

#አሳዛኝ_መረጃ፦በደቡብ ምዕራብ ሸገር ዞን የፋሽስቱ የብልልፅግና ቡድን ሠራዊት እንዲህ የህዝብን ቤት "ሸኔ ትቀልባላችሁ" በሚል ህዝቡን ረሽነው የተቀረውን ደብድበውና ሰባብረው ቤትን ከነንብረት እንዲህ ካጋዩ በኋላ ቪዲዮ በመቅረጽ እየተሳለቁ ይገኛሉ.....አረመኔዎች ድርጊት እንዲህ ነው!


Репост из: Jabeessaa WBO
ODUU INJIFANNOO

ZOONII KIBBAA
17/1/2025
Gujii Lixaa Aanaa Abayatti
Ganaman gotichi waraana bilisummaa Oromoo injifannoo cululuqa galmessera .Meshaale hedduus irraa hikeera Heddus boji'era.

#መረጃ፦ዛሬ ንጋት ማለትም በ17/01/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ደቡብ ዕዝ በምዕራብ ጉጂ ዞን አበያ ወረዳ ላይ በርካታ የፋሽስቱን ሠራዊት ከአፈር ቀላቅሏል....


Репост из: Jabeessaa WBO
Salaalee aanaa Darraa gandaa iluu gooda caaffee iddoo Addaa gammojjii Ballaa xinnaa jedhamuti Finxxaaleeyin Amara haala kanaan gubaa jirti waan ta'eef uummaani oromoo kallatii sanin jirtan ofeegannoo guddaa godhaa.
Keessatuu gandoonii Afraan( 4)

#መረጃ፦አሁን ከመሸ ማለትም በ16/01/25 በሰሜን ሸገር ዞን ደራ ወረዳ ኢሉ ጎዳ ቀበሌ በረሀ ውስጥ በላ ጢና በተባለው ቦታ ጽንፈኛው የብልፅግና አጋር ፋኖ-ፋንዶ እያቃጠለች ትገኛለች ስለዚህ ህዝባችን በዛ በኩል ያላችሁ ጥብቅ ጥንቃቄ አድርጉ በተለይ አራቱ ቀበሌዎች አስፈላጊውንም ዝግጅት እንድታደርጉ አጥብቀን እንመክራለን....


Репост из: Jabeessaa WBO
♦️ #INJIFANNOO✴️
Lolaa gaafa guyyaa #14 /1/2025
🎼 #WBO_Zoonii_GG⁉️
🎼 #Aanaa_Hidhabuu_Abootetti⁉️ #birgeedotni Waloo Waliin Ta'e Loleen; Injifannoon Argame:
#Diishqaa 1
#AKM 41 ,
#BKM 3
#Rasaasaa Diishqaa 200
#Rasaasa BKM810
#Rasaasa 1200 ,fi
#pp 13 Harka waraana Bilisumma Oromoo Galee Jira.

#መረጃ፦ይህ በቀደም ማለትም በ14 እና በ15/01/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ማዓከላዊ ዕዝ በሰሜን ሸገር ዞን ሂdhaቡ አቦቴ ወረዳ ላይ ፋሽስቱን የብልፅግና ሠራዊት ያራገፈው እንደነበረ ይታወሳል....


Репост из: Jabeessaa WBO
Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Daaphootti ijoollee keessan bosonaa galchaa jechuudhaan mootummaan uummata darar-aa jira.

Maqaa namoota waajjira poolisii Aanaa Daaphootti hidhamanii jiranii.
1. Obbo suutumaa Bulaa umurii 75
2.  Obbo Darajjee suutumaa
3.  Dar. Gammachuu Suutumaa
4. Wangeeluu Darajjee barataa kutaa 9ti.
5.Jiraataa Nagaraa ijoollee isaa 3 fi haadha manaa isaa waliin kan hidhamanii jiran
6. Gaaddisee Baqqalaa haadha manaa
7. Ifireem Jiraataa
8.Minaasee Jiraataa
9.Biniyaam Jiraataa
10. Obbo Guuttataa Tarfaa
11.Obbo Gammachuu Gammadaa
12.Obbo Adem Muummee
13. Caaltuu Adem shamarree
14. Suufee Gammadaa ijoollee daa'ima 3waliin hidhamtee jirti.
15.Aadde Bultuu Oljirraa umurii 68
16. Obbo kennasaa Baqqalaa ijoollee isaa 4 waliin maqaa ijoollee isaa:
17. Habtaamuu Kennasaa
18. Ifireem Kennasaa barataa kutaa 12 ti.
19. Raahel Kennasaa barattuu kutaa 8titi.
20.Miidhaksaa Kennasaa barataa kutaa 3ti.
21.Obbo Jorboo Gammadaa
22. Yooseef Jorboo namoonni kun Mana dhiphoo keessatti nyaataa fi yaala malee waajjira poolisii aanaa Daaphootti yakka tokko malee murna biltsiginnaan dararamaa jiru.
Namoonni maqaan isaanii nun hin argatin hidhamanii jiran hedduudha. Warra hafes iyyaafannee isin beeksifna!


Репост из: Jabeessaa WBO
#Inbox

"Akkam jirta koodee dirree hincinnii aanaa ammayyaa gidduuti kan argamu roggee roga sagalii kan jedhamu gaara gubbaa naannessee tumaa oolee wbon ummatni waan aja'ibaatu ta'ee jechaa jira."


Репост из: Jabeessaa WBO
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram

Показано 20 последних публикаций.