Репост из: Jabeessaa WBO
Daandii guddaan Arsii Lixaa fi Bahaa wal quunnamsiisu aanaa Heeban Arsii ganda Dagaagaa keessatti sababa tarkaanfii WBOn guyyaa kaleessaa waraana faashistii PP irratti fudhateen cufamee jira. Imaltootni daandii Oromiyaa keessa sochootan of eeggannoo godhaa.
Waraanni faashistii PP maqa balleessii WBOf tarkaanfii isinii fi qabeenya keessan irratti fudhachuu waan danda'uuf.
Oromiyaan ni bilisoomti.
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ16/01/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት በደቡብ ምሥራቅ ዕዝ የምዕራብና ምሥራቅ አርሲ ዞንን የሚያገናኘውን ሄበን ወረዳ ደጋጋ ቀበሌ ላይ ትልቁን መንገድ ዘግቶታል ስለሆነም ህዝባችን በኦሮሙያ ውስጥ የትኛው መንገድ ላይ ስትንቀሳቀሱ በጥንቃቄ እንድትጓዙ እንመክራለን......