𝕌ℕ𝕀𝕋𝕐 𝕄𝔼𝔻𝕀𝔸-𝟙


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Telegram


Our service
#Education, #Technology, #Earning, #Promotion, #Motivation etc.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Telegram
Статистика
Фильтр публикаций




Репост из: DT Promotion
'https://t.me/addlist/37N4EgSzRtU3YjA0' rel='nofollow'>🚁 Elekoptaricha tuqiitii eessa akka deemtu ilaali! Bakka Gaarii si geessiti!!
   ▬▬.◙.▬▬
    ▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
     ◙        ◙

Ilaaluuf "add Afaan Oromoo"
Kan jedhu tuqi waan ajaa'ibaa agarta.


Warri wave promotion keessa galuu barbaaddan karaa kana nu dubbisaa👇
  
waver @FastVipProm


Kabajuun, jaalachuu Caala!
Kabajni Jaalala Caala!

ማክበር ከማፍቀር በላይ ነው።
ክብር ከፍቅር በላይ ነው።


KABAJA!

RESPECT

አክብሮት


𝐍𝐢 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐧𝐧𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐧𝐮!

𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐡𝐢𝐧, 𝐊𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐡𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢𝐬 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐞, 𝐭𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚𝐬 𝐧𝐮𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐞 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐧𝐧𝐞! 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐬 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐚! 𝐓𝐚𝐡𝐮𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐮𝐮 𝐜𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐫𝐞 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐬 𝐠𝐨𝐨𝐧𝐞 𝐭𝐚𝐧𝐚 𝐠𝐨𝐨𝐧𝐞 𝐒𝐚𝐧 𝐠𝐨𝐨𝐧𝐞 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐨𝐨𝐥𝐥𝐚! 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐃𝐢𝐛𝐛𝐞𝐞 𝐍𝐮𝐮𝐟 𝐭𝐮𝐦𝐮 𝐟𝐞𝐞𝐧𝐚!

𝐀𝐣𝐚𝐛!
𝐀𝐤𝐤𝐚𝐬 𝐲𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚! 𝐃𝐡𝐢𝐢𝐫𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧, 𝐍𝐚𝐦𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧, 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐚𝐦𝐮, 𝐘𝐨𝐨 𝐨𝐟 𝐭𝐮𝐮𝐥𝐥𝐞, 𝐍𝐚𝐦𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐨𝐟 𝐨𝐥 𝐟𝐮𝐮𝐧𝐞, 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐚𝐧𝐞 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞, 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐞, 𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐧𝐮 𝐝𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐚𝐧 𝐪𝐨𝐟𝐚 𝐟𝐢𝐥𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧; 𝐝𝐚𝐛𝐚, 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐬𝐚𝐥𝐩𝐡𝐢𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐮𝐧 𝐝𝐞𝐞𝐠𝐠𝐚𝐫𝐫𝐞 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐰𝐚𝐥𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐞𝐞 𝐭𝐨𝐨𝐦𝐚𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐦𝐨𝐨𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐭𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐡𝐮𝐪𝐮𝐥𝐮𝐮𝐮 𝐲𝐚𝐚𝐧𝐧𝐚!

𝐇𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐮!
𝐆𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐧𝐢, 𝐣𝐚𝐛𝐢𝐧𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐤𝐚𝐦𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐧, 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐭𝐮𝐟𝐟𝐚𝐭𝐮𝐮𝐧, 𝐎𝐟 𝐐𝐨𝐟𝐚 𝐟𝐢𝐢𝐧𝐱𝐞𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐧𝐧𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐮!
𝐋𝐚𝐚𝐥! 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚, 𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐨𝐟𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐦𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐚! 𝐎𝐟 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐚!

𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢?
𝐎𝐟𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐣𝐣𝐢𝐢𝐫𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐭𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚𝐧𝐟𝐢𝐢 𝐭𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐲𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐲𝐝𝐞, 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐝𝐨𝐠𝐨𝐠𝐠𝐨𝐫𝐭𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐬𝐢 𝐠𝐨𝐫𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐬𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐚𝐚𝐭𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐝𝐢𝐢𝐧𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨 𝐦𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚𝐟𝐭𝐞, 𝐡𝐢𝐫𝐢𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐨𝐠𝐨𝐠𝐠𝐨𝐫𝐞 𝐝𝐨𝐠𝐨𝐠𝐠𝐨𝐫𝐭𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐢𝐢𝐟𝐭𝐞𝐞, 𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐣𝐞𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐡𝐚𝐧𝐪𝐢𝐧𝐚 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐠𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐜𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐪𝐪𝐢𝐢 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐢𝐧𝐚 𝐡𝐢𝐦𝐚𝐭𝐭𝐚? 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 ?

𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚?
𝐇𝐚𝐰𝐚𝐚𝐬𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐖𝐚𝐥-𝐬𝐚𝐤𝐚𝐚𝐥𝐮, 𝐰𝐚𝐥-𝐭𝐮𝐟𝐟𝐚𝐭𝐮, 𝐟𝐚𝐚𝐲𝐝𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐮𝐧𝐟𝐚𝐚 𝐨𝐟𝐢𝐢 𝐣𝐚𝐥𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐮𝐟𝐮, 𝐀𝐧𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐤𝐤𝐢 𝐤𝐮𝐧 𝐍𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐮, 𝐉𝐞𝐜𝐡𝐢 𝐤𝐮𝐧 𝐍𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐮, 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐜𝐡𝐢 𝐤𝐮𝐧 𝐍𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐮, 𝐤𝐮𝐧 𝐒𝐡𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐭𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞, 𝐊𝐚𝐧 𝐰𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐥𝐚𝐚n 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐚 𝐱𝐢𝐪𝐪𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐚𝐧𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐬𝐨𝐛𝐚𝐚 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐮, 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢 𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚?

𝐘𝐀𝐀 𝐑𝐀𝐁𝐁𝐈 𝐒𝐈𝐑𝐑𝐀 𝐊𝐀𝐀𝐘𝐄 𝐀𝐍!


Haati ulfa ittisuuf Qoricha godhatti
Intalti period ( heyd/ወር አበባ) ittisuuf Qoricha godhatti! Way fitinaa teessan😁

Hubannoodhaa: Asitti wantiin tuquu barbaade, Dubartiin uumama heyd qabu tahutti qoosuu osoon taane, dubartoota keessaa warreen An heyd tana keessummeessuu hin dhaqqabu hin fedhuusi Rabbiin waan kana narratti uumuun Isaa sirrii miti saniifuu Akka heydin Natti hin dhufne ittisa fayyadamuun qaba jedhee qorichoota adda addaa fayyadaman of yaadachiisuu Irratti Kan xiyyeeffateedha.

Dhiisaa Hojii Rabbii dura dhaabbatuuf hin yaalinaa!


Waan hojjatte tokkorratti sheenawuu dhabuu Yoo feete, Waan gootu hunda Rabbumaaf jecha godhi.

لله


Ramadaanaaf guyyoota 110 qofaatu hafee Rabbiin Ittiin nu haa gayu!

اللهم بلغنا رمضان


𝐁𝐞𝐞𝐤𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚

𝐁𝐞𝐞𝐤𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐤𝐚𝐦𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐦𝐚𝐥𝐞𝐞, 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐤𝐚𝐦𝐭𝐢𝐢 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮𝐧 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐤𝐮𝐦𝐬𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐇𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐮!


Diinni Kee guddaan Nama Si faarsu! Specially, Ija namootaa duratti( media Irratti).
LIQIMSI❗


Alhamdulillaah Rabbiin Waa hundaaf yeroo godhe. Wanti Rabbiin Siif fedhe hunduu yeroo isatti Ni dhufa. Waan Waggaa 10 dura yaadde Arra Argachuu dandeessaa. Kanaafuu Abdii Hin murinii Tattaafii Godhii Abdii Rabbirra kaayi.

Abdii hin dhiisin Sababa hin lakkisin.


𝙉𝙖𝙢𝙣𝙞 𝙠𝙚𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙠𝙖𝙣 𝙃𝙤𝙜𝙜𝙖𝙖 𝙗𝙖𝙧𝙖𝙩𝙩𝙪 qalama 𝙨𝙞𝙞𝙛 𝙝𝙞𝙣 𝙗𝙞𝙣𝙣𝙚, 𝙝𝙤𝙜𝙜𝙖𝙖 𝙖𝙩𝙞 f𝙪𝙪𝙩𝙪 siree ( አልጋ) 𝙎𝙞𝙞𝙛 𝙗𝙞𝙩𝙖😁
የመደመር ትውልድ።




𝑶𝒇𝒊𝒊 𝑲𝒆𝒆 ( 𝒚𝒐𝒖𝒓𝒔𝒆𝒍𝒇)

𝑫𝒐𝒈𝒐𝒈𝒈𝒐𝒓𝒓𝒊 𝒂𝒕𝒊 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒂𝒏 𝒂𝒓𝒈𝒖𝒖𝒇𝒊 𝒇𝒐𝒐𝒚𝒚𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖𝒇 𝒙𝒂𝒂𝒓𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖, 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒖𝒎𝒂! 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑨𝒕𝒊 𝒅𝒖𝒓𝒂 𝒋𝒂𝒃𝒂𝒂 𝒈𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖 𝒎𝒂𝒕𝒖𝒎𝒂 𝑲𝒆𝒆𝒕𝒊.

𝑳𝒂𝒂𝒍, 𝒂𝒕𝒊 𝒉𝒐𝒐𝒈𝒈𝒂𝒏𝒔𝒂 𝑴𝒂𝒕𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒕𝒊𝒊𝒕𝒊! 𝑩𝒖𝒍𝒄𝒉𝒊𝒏𝒔𝒂 𝑮𝒂𝒂𝒓𝒊𝒊 𝒐𝒇𝒊𝒊𝒇 𝒕𝒂𝒉𝒊𝒊 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂𝒇𝒊 𝒃𝒐𝒓𝒖𝒍𝒍𝒆𝒆 𝑺𝒊 𝒇𝒂𝒚𝒚𝒂𝒅𝒖 𝒌𝒖𝒖𝒇𝒂𝒅𝒉𝒖! 𝑯𝒂𝒎𝒕𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒐𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒂𝒇𝒂𝒂𝒏 𝒌𝒆𝒆 𝒇𝒐𝒙𝒙𝒐𝒐𝒓𝒓𝒊𝒉𝒊! 𝑱𝒊𝒃𝒃𝒂𝒂𝒇𝒊 𝒉𝒂𝒂𝒔𝒊𝒅𝒖𝒎𝒎𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂 𝒒𝒂𝒍𝒃𝒊𝒊 𝒕𝒆𝒆 𝑸𝒖𝒍𝒒𝒖𝒍𝒍𝒆𝒆𝒔𝒔𝒊!

𝑨𝒏𝒂𝒂𝒇𝒊 𝒂𝒕𝒊 𝒏𝒂𝒎𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝑰𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒂𝒂𝒇𝒂𝒕𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒊𝒇 𝒈𝒐𝒐𝒏𝒆𝒆 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒂𝒎𝒂𝒂 𝒐𝒅𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 𝒐𝒐𝒍𝒍𝒂! 𝑹𝒊𝒇𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑯𝒂𝒏𝒈𝒂 𝒒𝒆𝒆𝒏𝒔𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒖 𝒋𝒂𝒍𝒂𝒂 𝑯𝒊𝒏 𝒃𝒂𝒉𝒖!

𝑸𝒐𝒚 𝒂𝒏 𝑾𝒂𝒂𝒏𝒊𝒊𝒏 𝑴𝒂𝒂𝒍 𝒕𝒂𝒉𝒆𝒆𝒇𝒊𝒏 𝒏𝒂𝒎𝒂𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒐𝒇 𝒔𝒉𝒖𝒖𝒎𝒆𝒆 𝒎𝒊𝒊𝒛𝒂𝒂𝒏𝒂 𝑰𝒔𝒂𝒂𝒇 𝒉𝒊𝒓𝒂𝒂 𝒐𝒐𝒍𝒂?

𝑹𝒂𝒃𝒃𝒊𝒊𝒏 𝑺𝒖𝒃𝒉𝒂𝒏𝒂𝒉𝒖 𝒘𝒂𝒕𝒂'𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒃𝒊 𝑴𝒐𝒉𝒂𝒎𝒎𝒆𝒅'𝒏 “ 𝑨𝒕𝒊 𝒆𝒓𝒈𝒂𝒂 𝑲𝒊𝒚𝒚𝒂 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒈𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖 𝒎𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒂𝒂𝒏𝒈𝒐𝒐 𝒊𝒔𝒂𝒂𝒏𝒊𝒓𝒓𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒊𝒏 𝒒𝒂𝒃𝒅𝒖 ” 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆nii 𝒃𝒂𝒓.


𝐒𝐮𝐮𝐭𝐞𝐞 𝐭𝐢𝐲𝐲𝐚...☺️

𝐘𝐨𝐨 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐢𝐧𝐬𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐢𝐧𝐬𝐢 𝐤𝐞𝐞 𝐥𝐚𝐟𝐚𝐧 𝐪𝐮𝐮𝐪𝐮, 𝐦𝐢𝐱𝐢𝐢 𝐥𝐚𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐮𝐮. 𝐌𝐢'𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐲𝐟𝐚𝐝𝐡𝐞 𝐡𝐢𝐧 𝐪𝐮𝐮𝐟𝐮. 𝐍𝐢 𝐬𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞𝐲𝐱𝐚 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐮𝐮 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐟𝐮𝐮𝐥𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐬𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐝𝐝𝐮. 𝐈𝐣𝐣𝐢 𝐭𝐨𝐨 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐬𝐢 𝐚𝐫𝐤𝐤𝐢𝐭𝐮 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐣𝐢𝐢𝐫𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚 𝐭𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐬𝐞𝐞𝐪𝐮𝐮 𝐟𝐢 𝐤𝐨𝐟𝐥𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐎𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐟𝐢 𝐬𝐚𝐦𝐦𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐧𝐚 𝐫𝐨𝐨𝐛𝐚. 𝐇𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚𝐚 𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮 𝐟𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐢𝐟𝐭𝐢. 𝐘𝐚𝐚 𝐢𝐟𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐨𝐨!

𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐭𝐞𝐞 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐮𝐮 𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐦𝐢𝐢𝐫𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐮𝐮𝐦𝐭𝐢. 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚𝐚𝐧𝐭𝐚𝐦 𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐚𝐜𝐡𝐞𝐞𝐧𝐚 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐣𝐞'𝐞𝐞 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐬𝐢 𝐢𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐲𝐚𝐚𝐥𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐚. 𝐀𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐞𝐣𝐣𝐚𝐭𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐚𝐧𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐚𝐚𝐬𝐚𝐰𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢𝐥𝐥𝐞𝐞𝐧 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐧 𝐪𝐮𝐮𝐪𝐮. 𝐇𝐨𝐠𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐮𝐫𝐚 𝐞𝐣𝐣𝐚𝐭𝐚 𝐭𝐚𝐫𝐤𝐚𝐚𝐧𝐟𝐚𝐝𝐡𝐞𝐞 𝐢𝐟 𝐝𝐮𝐮𝐛𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐬𝐢 𝐝𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐝𝐡𝐮, 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐢𝐥𝐦𝐨𝐨 𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐥𝐚𝐟𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐝𝐚𝐚𝐝𝐝𝐞𝐞 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐚 𝐝𝐚𝐚𝐝𝐝𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐭𝐮𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐞𝐣𝐣𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐥𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮𝐮𝐧 𝐬𝐢 𝐝𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐭𝐚 𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐚𝐥𝐭𝐢.

𝐓𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐢𝐢𝐧 𝐚𝐧 𝐲𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐬𝐮𝐮𝐭𝐞𝐞 𝐭𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐣𝐞'𝐞 𝐬𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐦𝐮𝐮 𝐡𝐚𝐰𝐰𝐮𝐮𝐟. 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐚 𝐟𝐢𝐢𝐧𝐱𝐞𝐞 𝐝𝐚𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐥𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐃𝐮𝐮𝐛𝐚 𝐚𝐝𝐝𝐮𝐧𝐲𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐛𝐢𝐢𝐥𝐢𝐲𝐨𝐨𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐫𝐫𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐰𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐬𝐢 𝐪𝐨𝐟𝐚 𝐭𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢 𝐬𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚 𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐬𝐚. 𝐒𝐢 𝐚𝐫𝐤𝐤𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐤𝐡𝐢𝐲𝐲𝐚𝐚𝐟 𝐡𝐚𝐧𝐠𝐚𝐦 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐞 𝐨𝐬𝐨𝐨 𝐛𝐞𝐞𝐲𝐭𝐞𝐞 𝐦𝐢𝐢𝐫𝐚 𝐝𝐚𝐪𝐢𝐢𝐪𝐚𝐚 𝐭𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐟 𝐧𝐚𝐚 𝐰𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢𝐧 𝐡𝐚𝐚𝐬𝐨𝐨𝐲𝐭𝐮 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐚. 𝐈𝐧𝐧𝐚𝐚𝐰𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐢𝐦𝐢𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧𝐭𝐮 𝐢𝐣𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐬𝐢 𝐜𝐨𝐩𝐡𝐚. 𝐘𝐚𝐚 𝐬𝐮𝐮𝐭𝐞𝐞𝐲!🥰😊


NILE: SUPPLY, SALES AND PROMOTION

WI-FI ROUTER 5G

Saffisa Guddaa Kan qabuufi Bakkaa bakkatti Sossoohuu Kan dandayu( ተንቀሻቃሽ ) 50% discount Kan tahe nu Biraa argattu!

Meeshaan Kun gabaa Irratti Birrii 7000 gurgurama nu Biraa Immoo Birrii 3500 Qofaan argattu!
-NILE SUPLY, SALES AND PROMOTION-



UNITY MEDIA-1
{ Let's work together}


Assalamualaikum warahmatullaahi Wabarakaatuh!

Akkam jirtu maatiwwan Keenya Hundi keessanuu Baga Guyyaa arraa kana geessan isiniin jechaa Waan haarawa Isiniif qabannee dhufnee jirra!

Kunoo Meeshaa Suuraa armaan olii Irratti argitan kana Gatii Madaalawaa Qarshii 1000 Qofaan Isiniif finnee jirra bakkuma jirtanirraa heloo Jechuun ni dubbisaa! Bakkuma jirtanitti isiniin geenya!

-
NILE PROMOTION AND FREELANCER-


UNITY MEDIA-1


{ Let's work together}


Assalamualaikum warahmatullaahi Wabarakaatuh.

Joolleen Qulqulluudha! Haasidummaa Hin beektu, Sammuun isaanii Qara!

Ilmaan Kee bu'aa guddisaa teetiiti! Yoo Waan gaarirratti guddifte Bakka gaaritti Isaan garta!

Ilmaan Kee Akka Oorruu teetiiti! Lafti maansaan Sanyii Ati Itti facaafte Siif magarsiti! Biqilli Erga mayree kunuunsiifi dadhababiin Ati Itti Dadhabde callaa( firii ) Ati irraa argattuuf murteessaadha! Itti laffaanaan fedhii Rabbiitin Callaa Bareedaa irraa argatta!

Ilmaan Kee Akka Mobile keetiiti! Mobile Haarawa Yeroo bitti software haarawa Wajjiin oomishame malee homaa hin qabu! Erga bittee boodaan Sirba Ykn Qur'ana itti fe'achuun fedhii Keeti! Bilbilli keeSirba Yeroo Itti fe'attu Sirba narratti hin fe'in je'ee si mormuu Hin dandayu Sirba saniis ofiif of keessaa balleessuu Hin dandayu! Sirba Itti waraabbattee Qur'aana naaf haasawi Yoo jetteen Bilbilli tee Si jalaa Hin dubbattu!

Ilmaan Kee Bakka guddatti arguu feetaa ? Ilmaan Qur'aanaan Jiruun isaanii tolte Akka Siif tahan ni feetaa? Nama Qur'aanaan Jiruun isaanii tolte Yeroo agartu ni gammaddaa? Je'ee yooniin si gaafadhe deebisi kee EEYYEEN jechuu akka tahe Niin beeka! Of course! Garuu Adeemsa Waan sanitti Si geessu salphaa ykn Akkanumatti argamu Sitti fakkaata

So! Waan barbaadde San aragachuuf laffa'i Sammuu Ilmaan Keetii eegi! Oolmaa Isaanii bareechi! Akkuma qaamni Isaanii jaramaa Deemuun Sammuun isaanii Akka jaaramuuf hojjadhu! Tattaafannaan Gargaarsaafi fedhii Rabbiitiin Ilmaan Dasii ijaa Kan Addunyaaf Faaya tahan Oomishuu Dandeessa!

Hubadhu:- Akkaataan Nuti Ilmaan keenya Itti guddisaa Jirru, Hegeree Hawaasaafi Biyya Qofa Osoo hin taane, Hegeree Addunyaa tanaatiif Murteessaadhaa!



UNITY MEDIA-1
{ Let's work together}


Assalamualaikum warahmatullaahi Wabarakaatuh.

Jirtuu hordoftoonni keenya hundi keessanuu ?


#DV Bar kana Warri bilisaan Guutuu barbaaddan Uunkaa ( Form ) armaan gadii guutuudhaan Nuuf Erguu dandeessu.

1 Maqaa Guutuu
2 Iddoo Dhalootaa ( Godina, Magaalaa, Maqaa gandaa )

3 Idoo Amma jiraattu (Godina, Magaalaa, Maqaa gandaa ).

4 Bara Dhalootaa ( Guyyaa, baatii, Bara )
Sadarkaa Barnootaa ( Elementary, high school, University )

5 Bultii Yoo qabaatte Maqaa Guutuu Haadha Warraa Ykn Abbaa Warraa.

6 Baay'ina ilmaaniifi Maqaa.

7 Suuraa Gurdii
duubni Isaa Adii
format JPEG
Size 240kb and less
size minimum 600×600px
Size maximum 1200×1200px


Warreen DV Guutuu barbaaddan Bilisaan Isiniif guunna! Ulaagaa barbaachisu qopheessinee Isiniif maxxansina!

Показано 20 последних публикаций.