#Kutaa 12ffaa #Grade 12
Guraandhala 12/2017 Qormaatni biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 kan qophaa'u; -Kitaaba Kutaa 11ffaafi 12ffaa Sirna Barnootaa Haaraa keessaa yoo ta'u,
- Kutaa 9ffaafi 10ffaa Sirna Barnootaa Moofaa keessaafi
- Barnootni Ikoonomiksii immoo Kutaa 11ffaafi 12ffaa keessaa qofa qormaatni kan qophaa'u ta'uun hubatameera.
Dabalataanis, barattootni kutaa 10ffaatti sirna barnootaa haaraan baratanii turan gaaffii sirna barnootaa lamaanuu keessa jiru irraa waan qophaa'uuf garagarummaan hin uumamu.
Kanaafuu, Barattootni keenya haala ibsame kanarratti hundaa'uun akka qophooftan isin yaadachiifna.
Barsiisotniifi maatiin barattootaas deeggarsa barattoota keenyaaf taasisaa jirtan kanaan akka itti fuftan kan jedhu dhaamsa biiroo keenyaati.
Walumaa galatti, Qormaatni Kan Qophaa'u Sirna Barnootaa Barataa turtaniifi jirtan keessaa ta'uusaa mirkanaa'eera. Waan baranne hinqoramtan, kanaafuu, kan barattan irratti qophaa'aa! Waliif #share
https://t.me/Oromiastudent_s