Rakkinni hiika jechaa fi jechaa
Afaanii fi seer-luga keessatti fageenya jiru bakka sirrii hin taanetti eeguu isaa ti. Kun immoo namni hiiku sun kutaawwan afaan ibrootaa karaa sanaan dhi’aachuu hin dandeenye afaan oromoo keessatti akka calaqqisu taasisa.
Dubbistootaa warra jalqabaa wanti barreeffame ifa ta’ee utuu jiruu, afaan oromootti yommuu hiikamu hiika dogoggoraa kennuu isaa ti. Fkn 2Qor 5:16 irratti ibsi afaan giriikii “katasarka” jedhu NASB keessatti akkuma dhi’aate” fooniin beekuu” jedhamee jechaa fi jechaan hiikamuu ni danda’a. kun afaan ingiliffaa keessatti hin beekamu, jecha nama dogoggorsu qabas. Fooniin kan beekamu namichaa dhaa? Namichi beeku sun isuma kana foonin raawwataa? Namichi fooniin beekamaa jira yoo jedhame, qabiyyee isaa isa laa kan ibsu fakkaata. Isa kana irratti NIV afaan giriikiin ifa yommuu godhu akka ilaalcha biyya lafaatti hin mdaallu jechuun sirriitti hiikeera. Beekumsa isaa fooniin taasisaa jira yoo jedhame haala ilcha biyya lafaa kan calaqqisiisu dha.
Rakkinni hiika bilisaa
Namich hiiku yaadadhaggeeffattoota jalqabaa garmalee guddisee dhiyeessuu isaa ti.
Hammuma gara ibsaatti dhiyaatu yaada isa jalqabaa irraa fagaachaa adeema.
Yeroo baay’ee hiika nama tokkoo qofa irratti hundaa’uu isaa ti. Fkn hiika kana keessatti kan dhi’aatan jechoota akka “ibsaa” (far.119:105) yookiis “harka fuudhuu( 1phe.5:14).
@Singer_Megertu_Official
@Yerusaalem_Haaraa
@Kakuu_Studio
@Megertu_Dhugasaa