KUTANNOO ✊


Гео и язык канала: Эфиопия, Английский
Категория: Образование


→Kaayyoo kee irratti kutannoo fi murannoo qabaadhu!Channel kanaan,
👉
👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes)
👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech)
👉Gorsa(advice)
Buy ads: https://telega.io/c/Kutannoo123
Contact: @getbi75029

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Английский
Категория
Образование
Статистика
Фильтр публикаций


✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”
      M. Gaandii.


Репост из: .
🆕🆕🆕🆕

🆓Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "CONNECT" bakka jedhu tuqi.
Free internet fayadamii dafi request godhii 🫵

😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮


Репост из: .
🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿

✅Mana DSTV deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin isin biraan ga'u isinif bannera kilaba deggertuu tuquun bakka LIVE jedhu tuqaa daawwadhaa

🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿


𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮
✰ Nama tokkoo ol jaalatta taanaan keessa kee kan jiru memory cardii dha malee Onnee miti.
      Roobart Mugaabee.
✰ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”
       Shiiv keeraa.
✰ “Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”
      M. Gaandii.
✰ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.”
       Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.”
       Shiiv keeraa.
✰ “Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.”
         N. Maandellaa.
✰"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"
       Abdii Taammanee.
✰ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."
        Roobart Mugaabee.
✰ “Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”
      Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.”
       Maartiin Luuter Kiingi.
✰ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.”
        Riichaard Niiksoon.
✰ "Of wallaaluun of awwaaluudha"
        Miratuu Shaanqooo.
✰ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"
        Abdii Taammanee.
✰ “Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.”
        Albeert Inistaayin.
✰ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.”
        Albeert Inistaayin.
✰ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.”
        Iyezak Niiwtan.
✰ "Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu"
        Miratuu Shaanqoo.
✰ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”
          Biil Geet.
✰ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu"
           Abdii Taammanee.
✰ “Karaa milkaa’inatti geessu hin beeku yoon ta’ellee karaa kufaatiitti geessu nan beeka, innis namoota hundaa gammachiisuuf dhama’uudha.”
         Biil Koosbiil
✰ “Kun hundumtuu ta’ullee ammayyuu ilmaan namootaa gaariidha jedheen yaada.”
           Haannaa Firaank.
✰  “Maqaa diinota keefi hojii isaan si irratti hojjetan hin irraanfatin, balleessaa isaaniif garuu dhiifama godhi.”
           Joon F Keenedii.
✰ “Addunyaa kana irraa wanti baay’ee nama gaddisiisu utuu ija qabanii mul’ata dhabuudha.”
            Heelen Kiiler.
✰" Waaqatu na muude, isatu na buusa"
           Roobart Mugaabee.
✰ “Hiyyumnis ta’e sooromni bu’aa ilaalcha keenyaati.”
             Naappooliyoon Hiil.
✰ “Carraatti cimseen amana yoon jabaadhee hojjedhe immoo carraawwan hedduu akkam argadhus nan amana.”
           Toomaas Jeefersen.
✰ “Kaleessa caalaa bortu sitti dhihoodha.”
            Miratuu  Shanqoo
👇👇👇👇
@Kutannoo123


Репост из: .
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
✅Namni yeroo ammaa online irra jirtu carraa gaaffii Badhaasa qabu kanati fayyadami .

✔️Mallattoo ADD gara gadii jiru altokko tuquun add goota.


Yeroo hundumaa namni maaf ilaalchan ani qabu hin qabaatuu jette hin dhiphaatin.


Sababnisa,hunduu ilaalcha dhuunfaa isaatin jiraata waan taeef.


Waan sirriis yoo goote,hamaas yoo goote namni waan siin jedhu hin dhabu.
Waanti hojjettu sirrii tahuu isaatti amannaan gurra kee duchadhuu hojjedhu.
👇👇👇👇👇👇
Share👉@Kutannoo123


Репост из: Kaayyoo Dhugaa ❤️
GALAA SIIF TA'A BIRA HIN DARBIN...

🗝sammuu ittiin baratan malee bakka itti
baratan miti kan hayyuu nama taasisu.

🗝“Sammuun gabroomnaan qaamni bilisa ta’uu hin danda’u.” Martin
Luther King Jr

🗝Sadarkaan barnootaa, qabeenyaafi qaama guutuu ta‟uun nama hin milkeessu. Kan si milkeessu sammuu yaadu, kaayyoo, mul‟ataafi kutannoo qabaachuu keeti.

🗝Akka saayinsiin jedhutti ilmi namaa guddate (developed) ta'e jechuuf qaama biratti yaadaan, miiraan, hawwaasummaafi dandeettii sammuun guddachuu qaba jedha.

🗝Namni kan baratuuf, of addunyaa keessatti, addunyaa immoo of keessatti ilaala akka jiraatuuf malee waan baargama jiru qofa akka akkeessuuf miti.

Plz react godhaa👍❤️😍😘💋🫶🥰🤩🥳🫶⭐️

Join & share 👇
@Kaayyoodhugaa @kaayyoodhugaa




Lubbuu Koo Nan Jedhame Onneen Koo Kiwu Haa jedhu❤😁😁😁
👇👇👇👇


A𝙗𝙟𝙪𝙪 𝙠𝙚𝙚 G𝙖𝙩𝙖𝙘𝙝𝙞𝙞𝙨𝙩𝙪𝙪 𝙞𝙧𝙧𝙖𝙖 𝙚𝙚𝙜𝙜𝙖𝙙𝙝𝙪!

Ani abjuun qaba jettee yoo dammaqxee kaatu, namni hundi harka siif hin rukutu.
Diinni kee inni jalqabaa sammuu keeti. Sammuun kee akka hin dandeenye haalan sitti hima.

Sammuu kee injifattee yemmuu gadi baatu immoo, qaamonni hedduun ati hamileedhan na simatu jettee eegdu waraana sitti banu. Sanuu nama sitti dhiyaatu irraa mormii guddaan si mudachuu mala. Maatii,hiriyaa,fira ta'uu danda'a.

Yeroo kanatti haalota abjuu keessanitti summii darbatam irraa of eegaa,fagaadhaa. Faallaa isaatiin immoo namoota mul'ata keessan deeggaru waliin oolaa.

Abjuu kee namoota si gatachiisan irraa hin tiksitu taanan,cabdee karaatti hafta. Qaama duubatti si harkisu kamuu irraa citii deemi.

Hamma abjuu fi mul'ata kee galmaan geessutti kutannoo jabaadhan itti fufi. Yoo injifatte hunduu harka siif rukuta,suuraa si waliin ka'a.


Toora miidiyaa kana ➡️follow 🔣share 🔣Like
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Join
📇📇📇📇📇📇📇➡️🔥


Gaddis gammadii ganama yeroo kaatu kadhaannan ka'i.

Akkas taanan olmaan kee bareeda.

Yeroo hundumaa sammuu positive ✨️ qabaadhuu.


Репост из: Kaayyoo Dhugaa ❤️
GORSA HIRIYAA
Kan namni hundi irratti waliif galu

✓ Nama tokkoof yeroo lamaa ol hin bilbilin. siif hin kaasan taanan waan baayyee barbaachisa ykn dirqama keessa jiru

✓ Qarshii liqeeffatte dafiiti deebisi. qarshii tokkos dhibbas haata'u; osoo namichi sin gaafatin. Kun amanamummaa kee agarsiisa.

✓ Namni affeerraf yoo si waame nyaata qaali hin ajajin. yoo dandeesse kan fedha kee nuuf ajaji jedhin.

✓ Yoo namni bilbila isaa irraa Suuraa sitti agarsiisu gara mirgaa ykn bitaatti hin dabarsin. itti aane waan jiru hin beektu waan ta'ef.
👇👇👇👇👇👇
Erga dubbiste booda yoo sitti tole hiriyoota keef sher godhi
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@Kaayyoodhugaa
@kaayyoodhugaa


❌ Hariiroo jaalalaa keessatti walitti dhufeenya gaarii hin taane afur irraa fagaachuu qabnu,...➡️ See More

👉 See More
See More


🔔 Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! 💖
Click to join

➿➿➿
👇👇👇
'https://t.me/addlist/4e8EfR1mqNFlY2E8' rel='nofollow'>           ⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~

💓 Best channel collection
Click to join

➿➿➿
    👇👇👇
            ⇣
▣ Click to join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣
      ▣ Join ▣


💓 Wave 01 collection channels
Click to join

➿➿➿
   👇👇👇
             ⇣
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█
  █▓▒░JOIN░▒▓█


✍️ Contact: @Getu_Abera


Intarneetii bilisaa Fayyadama 💯% dhugaadha


Репост из: Kaayyoo Dhugaa ❤️
Kitaaba gargaaraa piroofeesaraa miratuu shaanqoo Giddii SIIF GALEERAA jedhu irraati.
___

Waantota kitaabicha keessaa natti tolanii fi na quubsan keessaa ....Toom Joon namichi jedhamu dubbii cimaa tokko akkas jedhee dubbate......

☞"Adaraa yaa waaqayyo wantoota lama akkan sirriitti beekuuf na gargaari.Isaanis;tokkoffaa jireenya koo keessatti wantan gonkumaa jijjiiruu hin dandeenyeef obsa naaf kenni".

☞ "Lammaffaa immoo wantan jireenyakoo keessatti jijjiiru yoo jiraataniif jecha akkan jijjiiruuf onnee naaf kenni jedhe''.

☞ Lafan yaade hin geenye yoon ta'ellee lafan yaade ga'uuf hin teenye !

☞ jecha hin danda'amu jedhutti gonkumaa hin amaniin !

☞ Never believe in never !

☞ Barrisuu kan dandeessu hanga barrisuu dandeessu yoo of amansiiste qofaadha !

☞ Your attitude means the difference between success and failure !

☞ Ati of daangessitee teessa taanaan eenyu daangaa si ceesisaa ?
Of beekuuf murtoo hin qabdu taanaan yoo of beektes murtoo hin murteessitu.

☞ Of beekuun beekumsa beekumsa caaluudha.
Barachuun beekuu hin ibsu.Beekuun garuu barachuu ibsa.

☞ Hirkattummaan diina of beekuuti.
Osoo of hin beekiin du'uun osoo hin dhalatiin du'uu wajjin tokkuma.

☞ Qabeenyi guddaan addunyaa kanaa dhala namaati.
Namni lakkoofsa guutuuf dhalate hin jiru.Lakkofsa guutuu ta'ee dhalate malee.

☞ Dammaqi waan haaraa siin dalagamutu jiraam.
Waanti haaraan siin dalagamummoo gati si kanfalchiisu of keessaa qaba.

☞ Addunyaa keessa jirramoo addunyaatu nu keessa jiraa ?
Yoo qophaa'aa taate guyyaan borii qabeenya ati qooddachuuf eeggattuudha.

❖ Nama jechuun bu'aa yaada isaati.
Namni waanuma nyaate fakkaata.

❖ Ilaalchi ati ofiif qabdu eenyummaa ati mul'ata kee dhugoomsuuf taasisaa jirtu mul'isa.

❖ Namoonni ofittoon summii mul'ataa qabu malee , sammuu mul'ataa hin qaban.

❖ Carraan amma qabdu kan guddinaati malee kan badiisaa miti.

❖ Meeshaa ammayyaa caalaa sammuu injifannoo qabaadhuutii gara dirree seeni.

📖❤️📖
👉Join kan jettuu tuquun dubbisaa
Join 👇👇👇👇Join
Kaayyoodhugaa
Kaayyoodhugaa




Репост из: .
🆓Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "CONNECT" bakka jedhu tuqi.
Free internet fayadamii dafi request godhii 🫵

😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮


1.👉 Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias)
2.👉 sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka’i. (Jecha warra Ingilizii)
3.👉 Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir)
4. 👉Kaleessaaf gaabbuu fi boruuf dhiphachuun guyyaa har’aa balleessuudha. (Maaksim Troobey)
5. 👉Cabbii caalaa yoo addaatteyyuu, urjii caalaa yoo qulloofteyyuu ceephoo jalaa bahuu hin dandeessu.(William shekispir
)
❤️❤️❤️JOIN
👇👇👇Share
@Kutannoo123
@Kutannoo123

Показано 20 последних публикаций.