Biiroo barnootaa Finfinneetti Daayireektoreetiin qophiifi raawwii sirna barnootaa Afaan Oromoo gamaggama karoora bara 2017fi galmee barattootaa taasisee jira.
gaggeeffame kana irratti waajjira barnootaa kutaalee magaalaa irraa dursitoonni garee sirna barnootaa Afaan Oromoofi Ogeeyyii sirna barnootaa kutaalee magaalaafi aanaalee hirmaatanii jiru.
Biiroo barnootaa Finfinneetti Daayireektarri Daayireektoreetii qophiifi raawwii sirna barnootaa Afaan Oromoo Obbo Tashoomaa Qanaasaa baniinsa marichaa irratti haasaa taasisaniin hojiilee gurguddoo biiroo barnootaa bulchiinsa magaalichaatin hojjatamaniin bu'aaleen jajjabeessan galmeeffamanii jiru. Isuma kana itti fufsiisuun gabinaan hojjachuun barbaachisaa akka ta'u hubachiisanii jiru. Daayireektarichi itti aansuun qormaata sadarkaa magaalaatti qophaa'een qabxiin jajjabeessaa ta'e galmeeffamuu isaa kaasanii, qabxiin barattootaa herreegaafi Afaan Ingiliziikutaa kutaa 6ffaafi 8ffaa haga yaadame waan hintaaneef fuulduratti xiyyeeffannoon barbaachisaa kennamuufi akka qabu hubachiisanii jiru.
Hirmaattonni marii sanadoota dhiyaatan irratti yaada adda addaafi gaafii kaasanii deebiin kennameefii jira.
መረጃዎችን በፍጥነት ለማግኘት ማሰፈንጠሪያዎቹን ይጫኑ!
Imo: - https://s.channelcom.tech/vlWdNr?from=TG
What Sapp: - https://whatsapp.com/channel/0029VaHFiBpA2pLF0lLslK2D
flickr :- https://www.flickr.com/photos/197652854@N04/
You Tube: @addisababaeducationbureau9728' rel='nofollow'>https://www.youtube.com/@addisababaeducationbureau9728
TikTok፡- @aaeducationbureau' rel='nofollow'>https://www.tiktok.com/@aaeducationbureau
Telegram ፡ https://t.me/wwwAddisAbabaeducationbureau
Twitter ፡ https://twitter.com/aacaebc
Face book: https://www.facebook.com/aacityeducationcommunication
Blog: - http://www.aacaebc.wordpress.com/
Instagram: - https://www.instagram.com/aacaeb/
Website: - aaceb.gov.et
Email;- aacaebc@gmail.com