ዛሬ ምሽት ከራሺያ ፌደሬሽን ፌደራል ምክር ቤት አፈጉባዔ ቫለንቲና ማትቬዬንኮ እና ልዑካን ቡድናቸው ጋር ተገናኝተናል። የኢትዮጵያ እና የራሺያ ግንኙነቶችን ለመዳሰስ እና ለመወያየት ጥሩ እድል ፈጥሮልናል።
Har'a galgala Aaf Yaa'ii Mana Maree Federaalaa Federeeshinii Raashiyaa, Vaalantiinaa Maatviyeenkoofi jila isaanii waliin walarginee marii'anneerra. Walittidhufeenya Itoophiyaafi Raashiyaarratti marii'achuufi gadi fageenyaan ilaaluuf carraa garii nuu uumeera.
I was pleased to meet with Valentina Matvienko, Speaker of the Federation Council of the Federal Assembly of the Russian Federation, and her delegation this evening. It was a valuable opportunity to discuss and explore Ethio-Russia relations.