📌 Guddaa ta'anii uumamanii xinnaachuu/xinnummaa keessa jiraachuu, waan guddaa hojjachuu utuu danda'anii waan xixinnoodhaan gaadi'amanii jiraachuu, galma guddaa qabaatanii galma maleessummaa ta'uu, dachee bal'aa irra jiraachaa lafa martaa'aa ta'een of daangessanii jiraachuu, guddummaa Waaqni namaaf kenne xinnummaan/salphina hamaadhaan faaluu; jaalala jibbaan, gorsa arrabsoodhaan, ulfina salphinaan, bareedina busheessuun bakka kennuufii irraa Waaqni nu haa oolchu!
📌 Dachee kana irratti namni qabeenya Waaqa ti. Qabeenyi sun immoo qabeenya sammuu jedhamu tokko kennameefi jira.
📌 Sammuun namaa humna maashaalee gurguddoo jabina gurguddaa qaban hedduu humna hoogganuu ni qaba. Sammuun buqqee mataa keenyaa keessaa iddoo muraasa kan qabattee jirtu garuu hojii guddaa hojjachuu dandeessu dha. Sammuu namaa hamma xinnoo qaba garuu waan guddaa hojjachaa jiraata.
📌 Sammuun hojii hojjachuu qabdu hojjachuuf daangessawwwan lafeewwan buqqee mataa sanaan hin daangoftu, dhangala'oowwan ishee marsaniin jiraniinis hin daangoftu hojii daanga'a darbartee hojjachaa jiraatti.
📌 Uumama guddaan guddisee uummate wantoota, haalota ittiin akka ofii keenya daangessinee jiraannuuf nu hin jajjabeessine keessatti daanga'aa jiraachuun nama hin barbaachisu.
📌 Namni uumama guddaa dachee kanaa ti.
Coba Yaadaa 💧✍️