BURTUKAANA FI FAYYAA
❶. Burtukaannii fi gogaan birtukaanaa vaayitaminoota fi albuudota garaaa garaan kan badhaadhe waan ta'eef madda nyaataa fi keemikaalota qaamaf barbaachisan adda addaati
❷. Madda eegumsa qaamati
Birtukaanni vaayitaamin C dhan kan badhaadhedha.Vaayitaamii Cn seeloonni akka of ijaaran akkasumas seelonni miidhamanii fi dullooman akka du'anii haaraan akka uumamuuf gargaara.
Akkasumas burtukaannii keemikaala ‘ carotenoids jedhamu kan qaamnii nama gara vaayitaamin A tti geeddaru of keessaa qaba.
❸. Burtukaanni keemikaala akka vaayitaamini C, flavonoids, fi carotenoids jedhaman kan fayyaa onneef gargaaru of keessaa qaba.
❹. Cirrachi kalee akka hin uumamne ittisa
Burtukaanni asiidii siitras jedhamu kan qabu yoo ta'u kunimmoo cirrachi kalee akka hin uumamneef gargaara
❺. Hir’ina dhiigaa ittisa
Vaayitaminii Cn burtukaana keessatti argamu ayiraniin akka salphaatti gara qaamatti fudhatamu waan godhuuf hir'ina dhiigaa hir'isuuf fayyada
❻. Fayyaa ijaaf eeguuf
@Dhimma_Fayyaa 🩺