🎙Ruben Amorim Garnacho tapha Ipswich waliin taasisan irratti yeroo jijjiirrame dirree gad dhiisee akka adabamu dubbateera.
"Garnaachoon kallattiin dirree waan ba'eef miseensota garee keenyaa hundaaf irbaata kaffala."