Aston Viilaan wanca FACup ttin marsaa itti aanutti darbe !
Waancaa FA Ingilizii marsaa 4ffaa irratti Aston Viilaan tapha Tootinaam waliin taasise 2 fi 1n injifate.
Aston Viilaaf goolii injifannoo Morgan Rodgers fi Ramsey yoo galchan, Mathias Tell goolii takkatti moo'amuu jala isaan hin barraree Tottenhamiif goolii galcheera.
Taphataan sarara fuula duura warra Ingiliiz Maarkus Raashfoord tapha jalqabaa isaa Aston Viilaaf taphate.
Haaluma kanaan yoo ilaalu Aston Viilaan waancaa FA marsaa 5ffaaf yoo darbu Tootinaam ammoo tapha ala ta'eera.