Riyaal Maadriid injifannoo barbaachisaa galmeesse!
Tapha jalqabaa Shaampiyoonsi Liigii Awwrooppaa tapha xumuraatiin Riyaal Maadriid dirree ala Maanchistar Siitii waliin taasisaniin qabxii 3 fi 2n injifataniiru.
Kiiliyaan Mbaapee, Biraahim Diyaaz fi Juud Beeliinghaam goolii injifannoo Loos Blaankoosiin galchaniiru.
Erling Haaland goolii 2x galchuun Maanchistar Siitii mo'amuu irraa baraareera.
Tapha kana irratti Viinsi Jr. urjii taphichaa ta'ee filatame.
Tapha biraatiin Juuveentus PSV 2 fi 1n injifate.
Gama biraatiin Boorushiyaa Doortimundiin tapha Ispoortiin Liisboon waliin taasisaniin goolii Juraasii, Giroosii fi Adeyemii galchuun 3 fi 0n injifateera.