Фильтр публикаций


#2_Lakk. ID gara SEB ittiin galan mana barnootaa irraa argataniin (Manneen Barnootaa Barattoota 'online' qorsiisan hundaaf ergame galchuu,
#3_Erga lakk. ID fayyadamanii bananii booda 'password' akka uummattan isin gaafata.
Kanaafuu, '#password' lakkoofa #dijitii_afur_qabu_irraa_paaswordii_dhuunfaa_keessanii_uummattu.
Paaswordii uumtan kanaan yoo bantan #Qormaata_Shaakaltan_argattan jechuudha.

#Hubachiisa:- Sirna shaakalaa kana kan hogganuufi shaakalsiisu manneen barnootaa keessatti qaamni hogganu abbummaan ramadameera.
#4_Haala_Qormaata 'online' kennamuu kun bakka interneetiin kompitaran walqunname hundatti, desktop fi laptop'n jirutti, manaafi iddoo barbaadan taa'anii shaakaluun ni danda'ama.

#Walumaa_galatti, Barattootni  Qormaata online'n fudhatan kanneen waraqaan qoraman caalaa haala salphaa ta'een kan hojjatan ta'uufi qormaata heddumminaan kan darbaniifi qabxii olaanaa kan galmeessisan ta'uu muuxannoo barattoota bara 2016 qormaata biyyoolessaa qoraman irraa argachuun danda'ameera.
Kanaafuu, haala salphaafi mijawaa ta'een qormaata hojjachuuf 'online'n filatamaa ta'uun hubatamuu qaba.

#Barattoota_keenyaaf_carraa_garii_hawwineerra.
Carraa Gaarii

@Ethioeducationalnews


#Barattootni_Qormaata_Biyyoolessaa bara 2017 '#ONLINE'niin fudhatan adda bahuun beekamaniiru
------------
BBO- Ebla 18/2017 Barattootni Bara 2017 Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa 'Online'niin qoraman adda bahanii kan beekaman yoo ta'u, barattoota akka naannoo keenyaatti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2017 fudhatan idilee 200,112 keessaa barattootni 28,691 online'niin kan qoraman ta'uun beekameera.
Barattootni 'online' qormaata fudhatan bakka kompitaraafi haala qormaata itti SHAAKALANIS Iddoo qophaa'uun beekameera.
Bakki shaakallii qormaataa manneen barnootaaf waan kennameef barattootni ni beeku.

Haala Shaakala Qormaataa ilaalchisee immoo;
#1_Liinkii asii gadii kanaan gara siistama "Safe Exam Browser" (SEB) galuu,
(https://examdemo.ethernet.edu.et)

@Ethioeducationalnews






## CHEMISTRY ENTRANCE EXAM QUESTIONS

@Ethioeducationalnews

1. What is the molar mass of sulfuric acid (H2SO4)?
A) 49 g/mol
B) 98 g/mol
C) 196 g/mol
D) 65 g/mol

2. Which of the following is an example of a polar molecule?
A) CH4
B) CO2
C) H2O
D) CCl4

3. What volume of 2.0 M NaOH is required to neutralize 25 mL of 1.0 M HCl?
A) 12.5 mL
B) 25 mL
C) 50 mL
D) 2.0 mL

4. Which gas law relates volume and temperature at constant pressure and moles?
A) Boyle's Law
B) Charles's Law
C) Avogadro's Law
D) Ideal Gas Law

5. What is the oxidation number of sulfur in the sulfate ion (SO4^2-)?
A) +2
B) +4
C) +6
D) -2

6. Which of the following is a strong acid?
A) Acetic acid (CH3COOH)
B) Hydrofluoric acid (HF)
C) Nitric acid (HNO3)
D) Carbonic acid (H2CO3)

7. What type of chemical bond is formed when electrons are shared between two atoms?
A) Ionic bond
B) Covalent bond
C) Metallic bond
D) Hydrogen bond

8. Which of the following elements is a halogen?
A) Sodium (Na)
B) Potassium (K)
C) Chlorine (Cl)
D) Argon (Ar)

9. Which of the following is an alkane?
A) Ethene
B) Ethyne
C) Methane
D) Benzene

10. What is the pH of a neutral solution at 25°C?
A) 0
B) 7
C) 14
D) 1

11. Which of the following is an example of a colligative property?
A) Density
B) Boiling point elevation
C) Color
D) Molar mass

12. Which of the following describes a process where heat is absorbed?
A) Exothermic
B) Endothermic
C) Isothermal
D) Adiabatic

13. What is the general formula for alkenes?
A) CnH2n+2
B) CnH2n
C) CnH2n-2
D) CnHn

14. Which of the following is a base?
A) HCl
B) H2SO4
C) NaOH
D) HNO3

15. What is the correct IUPAC name for CH3CH2CH2OH?
A) Methanol
B) Ethanol
C) Propanol
D) Butanol

16. Which of the following affects the rate of a chemical reaction?
A) Temperature
B) Catalyst
C) Concentration
D) All of the above

17. What type of reaction is: Zn + CuSO4 -> ZnSO4 + Cu?
A) Synthesis
B) Decomposition
C) Single displacement
D) Double displacement

18. What is the empirical formula of a compound with the molecular formula C6H12O6?
A) C6H12O6
B) CH2O
C) C2H4O2
D) C3H6O3

19. Which subatomic particle has a positive charge?
A) Electron
B) Neutron
C) Proton
D) Alpha particle

20. What is the strongest type of intermolecular force between water molecules?
A) Dipole-dipole forces
B) London dispersion forces
C) Hydrogen bonding
D) Ionic bonding

Answers:
1. B
2. C
3. A
4. B
5. C
6. C
7. B
8. C
9. C
10. B
11. B
12. B
13. B
14. C
15. C
16. D
17. C
18. B
19. C
20. C

@Ethioeducationalnews


Hojiilee bara 2017 jalqabamanis haala fooyya'aa ta'een akka raawwataman akkaataa barbaachisummaa isaaniitiin baay'ina dabaluun karoorsuun godinaaleefi magaalotaaf qoqqoodamee gadi bu'eera.
Bara Barnootaa 2018 kanneen dabalamanis;
1- Ijaarsa MB Bu'uura Boruu - 3000,
2- Ijaarsa MB Sad. 1ffaa - 1218
3- Ijaarsa MB Sad. 2ffaa- 22
4- Fooyya'insa Istaandardii MB - 2,921
5- Ijaarsa Mana Jireenyaa Barsiisotaa, - 20,404
6- Paarkii Dijitaalaa babal'isuu - 189 yoo ta'an, buufata barnoota Ga'eessotaa babal'isuu, faasiliitii manneen barnootaa guutuu, nyaata barattootaa dhihaatu cimsuu, barsiisotaafi hoggansa MB leenjiin gahomsuun, deeggarsa ogummaafi hordoffiin manneen barnootaaf taasisuun bu'aa barachuu barattootaa ol guddisuu irratti hojjachuun toora xiyyeeffannoo karoorichaa ta'uun beekameera.

Karoorri bara 2018 kan qophaa'e haala qabatamaa manneen barnootaa irratti hundaa'e kan qophaa'edha.
Hoggansiifi ogeessotni barnootaa BBO bara 2017 semisteera 1ffaafi 2ffaa , ji'oota 3 oliif hojii supparviizyinii barnootaa manneen barnootaa hanga daree daawwachuutti taasifame bu'uureeffachuun karoora misooma barnootaa bara 2018 qopheesseera.

Walumaa galatti, Karoora misooma barnootaa bara 2018 hojiirra oolu kana hawaasa keenya biraan gahuun hubannoo uumuun barbaachisaadha. Keessattuu, Maatiin Barattootaafi Barsiisotni bu'aa barachuu barattootaa keessatti gahee olaanaa waan qabaniif karoora isaan biraan gahuun murteessaadha.
Galma gahiinsa karoorichaaf bu'uurri hawaasa keenya, barsiisota, barattootaa, maatii barattootaa, GTBfi dhimmamtoota barnootaa akkuma turan, ammas akkuma kanaan duraa barnoota cinaa akka dhaabbattan dhaamsa biiroo keenyaati.
@Ethioeducationalnews


​Bu'aa Barachuu Barattootaa Guddisuuf #Walitti_Dhufiinsi_Maatiifi_Barsiisaa_Murteessaadha Jedhame.
---------------
BBO- Ebla 14/2017 Biroon Barnootaa Oromiyaa
- Carraa Barnootaa Waliin Gahuu,
- Walgitiinsa Barnootaa Mirkaneessuu,
- Gahumsa Keessoo Barnootaa dabaluufi
- Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf ergama kennameef irratti hundaa'uun raawwaa bara barnootaa 2017 ka'umsa taasisuun #karoora_bara_barnootaa_2018_haala_baratameen_addaafi_fooyya'aa ta'een qopheessuu, caasaa barnootaa sadarkaan jiru mariisisuun xumura karoorichaa gara waajjira barnootaa godinaaleefi bulchiinsa magaalotaatti raabseera.

Ergama asii olitti ibsaman galmaan gahuuf hojiilee bara 2018 keessa hojjatamuu qaban karoora keessatti bal'inaan kan tarreeffamaniifi tarsiimoo raawwii isaanii waliin kaa'amaniiru.
@Ethioeducationalnews


👂👂👂Calendar barnoota bara 2017


@Ethioeducationalnews


5. b) Osmosis
6. b) Transporting water and minerals
7. b) Genotype
8. b) Incomplete dominance
9. a) Carrying genetic information from the nucleus to the ribosome
10. c) Meiosis
11. b) Ecology
12. b) Community
13. b) Grasshopper
14. c) Breaking down dead organisms
15. c) Competition
16. b) Inheritance of traits that enhance survival and reproduction
17. b) Fossil records showing changes in species over time
18. b) Transport of oxygen and nutrients
19. b) Kidney
20. b) Defending the body against pathogens

@Ethioeducationalnews


Biology
Entrance exam questions
1. Which of the following is the primary function of the ribosome?
a) DNA replication
b) Protein synthesis
c) Lipid storage
d) Waste disposal

2. In which organelle does cellular respiration primarily occur?
a) Nucleus
b) Golgi apparatus
c) Mitochondrion
d) Endoplasmic reticulum

3. What is the role of chlorophyll in plants?
a) Absorbing sunlight for photosynthesis
b) Transporting water from roots
c) Providing structural support
d) Regulating plant growth

4. Which of the following is a characteristic of a prokaryotic cell?
a) Presence of a nucleus
b) Membrane-bound organelles
c) Simple structure with no defined nucleus
d) Large size compared to eukaryotic cells

5. What is the process by which water moves from an area of high concentration to low concentration across a semipermeable membrane?
a) Active transport
b) Osmosis
c) Diffusion
d) Endocytosis

6. Which of the following is a function of the xylem in plants?
a) Transporting sugars
b) Transporting water and minerals
c) Storing food
d) Capturing sunlight

7. What is the term for the genetic makeup of an organism?
a) Phenotype
b) Genotype
c) Karyotype
d) Genome

8. What type of inheritance pattern is displayed when a red flower and a white flower produce a pink flower?
a) Complete dominance
b) Incomplete dominance
c) Codominance
d) Sex-linked inheritance

9. What is the role of mRNA in protein synthesis?
a) Carrying genetic information from the nucleus to the ribosome
b) Transporting amino acids to the ribosome
c) Forming the structure of the ribosome
d) Replicating DNA

10. Which process results in genetic variation in sexually reproducing organisms?
a) Mitosis
b) Binary fission
c) Meiosis
d) Cloning

11. What is the study of the interactions between organisms and their environment called?
a) Cytology
b) Ecology
c) Histology
d) Physiology

12. What is the term for all the populations of different species living in the same area?
a) Ecosystem
b) Community
c) Population
d) Biome

13. Which of the following is a primary consumer in a food chain?
a) Lion
b) Grasshopper
c) Mushroom
d) Vulture

14. What is the role of decomposers in an ecosystem?
a) Producing food through photosynthesis
b) Consuming primary producers
c) Breaking down dead organisms
d) Hunting other consumers

15. Which of the following is an example of a density-dependent limiting factor?
a) Drought
b) Flood
c) Competition
d) Forest fire

16. What is the theory of evolution by natural selection primarily based on?
a) Acquired characteristics
b) Inheritance of traits that enhance survival and reproduction
c) Spontaneous generation
d) Genetic engineering

17. Which of the following is evidence for evolution?
a) Uniformity of all living organisms
b) Fossil records showing changes in species over time
c) Stability of ecosystems
d) Lack of genetic variation

18. What is the main function of the human circulatory system?
a) Digestion of food
b) Transport of oxygen and nutrients
c) Filtering waste
d) Regulating body temperature

19. Which organ is responsible for filtering blood and producing urine?
a) Liver
b) Kidney
c) Pancreas
d) Stomach

20. What is the role of the human immune system?
a) Transporting nutrients
b) Defending the body against pathogens
c) Regulating hormones
d) Providing structural support

Answers:
1. b) Protein synthesis
2. c) Mitochondrion
3. a) Absorbing sunlight for photosynthesis
4. c) Simple structure with no defined nucleus

@Ethioeducationalnews


እግር ኳስ ለመመልከት DSTV ቤት መሄድ ቀረ በስልኮ በአነተስተኛ ኢንተርኔት ሁሉነም ጨዋታ ለመከታተል ከስር ያለዉን ቻናል ይቀላቀሉ 👇👇


Репост из: Education NEWS🇪🇹
" የ12ኛ ክፍል ፈተና ከአንድ ወር / ከአንድ ወር ተኩል በኃላ ለመስጠት ዝግጅት እየተደረገ ነው " - ብርሃኑ ነጋ (ፕሮፌሰር)

የትምህርት ሚኒስትሩ ብርሃኑ ነጋ (ፕሮፌሰር) የዘንድሮው የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ከአንድ ወር / ከአንድ ወር ተኩል በኃላ እንደሚሰጥ ጠቁመዋል።

ሚኒስትሩ ፥ " ይሄ አራተኛው ነው በአዲሱ የፈተና አሰጣጥ ፈተና የሚሰጥበት " ብለዋል።

ትምህርት ሚኒስቴር ባለፉት ዓመታት የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ከትምህርት ቤቶች ወጥቶ ተማሪዎችን ዩኒቨርሲቲዎች ውስጥ አስገብቶ ፈተና እንዲሰጥ እያደረገ መሆኑ ይታወቃል።

የትምህርት ሚኒስትሩ ስለዘንድሮው የ2017 ዓ/ም ፈተና በተናገሩበት ወቅት 150 ሺህ ተማሪዎች ፈተናቸውን በኦንላይ እንዲወስዱ ዝግጅት እየተደረገ መሆኑን ገልጸዋል።

ብርሃኑ (ፕሮፌሰር) ፥ " እንደ ከዚህ ቀደሙ አድካሚ በሆነ ከቦታ ቦታ ልጆችን እያዘዋወሩ ከመሄድ ባለፈው ዓመት 29 ሺህ ተማሪ ነበር ኦንላይን ፈተና የሰጠነው ዘንድሮ ደግሞ 150 ሺህ ተማሪ ኦንላይን ፈተና ለመስጠት እየተዘጋጀን ነው " ብለዋል።

ሚኒስትሩ የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና የሚሰጥበትን ቀን ቆርጠው ባይናገሩም ፈተናው ከአንድ ወር / ከአንድ ወር ተኩል በኃላ እንዲሰጥ ዝግጅት እየተደረገ መሆኑን ጠቁመዋል።

@Education_News_et
@Education_News_et


Репост из: InspireGlow ✨🔥
Your biggest achievement is winning those silent battles, which only God knows about.

@InspireGlow


Thank you all from the bottom of my heart for your amazing support and love! We've come this far together, but this is only the beginning. Our journey is just getting started. Greater growth is ahead, and the best content is on the way — bigger, better, and more powerful than ever. Stay tuned and keep shining with me!

@Ethioeducationalnews


19. Question: What is the name of the major hydroelectric dam built on the Blue Nile River?
A. Tekeze Dam
B. Gilgel Gibe III Dam
C. Grand Ethiopian Renaissance Dam (GERD)
D. Koka Dam
Answer: C

20. Question: What is the name of the current Prime Minister of Ethiopia?
A. Hailemariam Desalegn
B. Meles Zenawi
C. Abiy Ahmed
D. Lemma Megersa
Answer: C
@Ethioeducationalnews


1. Question: Which ancient kingdom is considered the foundation of Ethiopian civilization?
A. Kingdom of Aksum
B. Kingdom of D'mt
C. Zagwe Dynasty
D. Solomonic Dynasty
Answer: B

2. Question: What major religion was adopted by the Aksumite Kingdom in the 4th century AD?
A. Judaism
B. Islam
C. Christianity
D. Traditional African Religions
Answer: C

3. Question: Which Zagwe king is credited with building the rock-hewn churches of Lalibela?
A. Yekuno Amlak
B. Zara Yaqob
C. Gebre Mesqel Lalibela
D. Tewodros II
Answer: C

4. Question: What was the primary reason for the conflicts between the Solomonic Dynasty and the Adal Sultanate?
A. Religious differences only
B. Control over trade routes and territory
C. Succession disputes within the Solomonic Dynasty
D. Alliance with European powers
Answer: B

5. Question: Who led the Ethiopian forces at the Battle of Adwa in 1896?
A. Ras Alula
B. Emperor Yohannes IV
C. Emperor Menelik II
D. Empress Taytu Betul
Answer: C

6. Question: Which European power was defeated at the Battle of Adwa?
A. Great Britain
B. France
C. Germany
D. Italy
Answer: D

7. Question: What treaty formally recognized Ethiopia's independence after the Battle of Adwa?
A. Treaty of Wuchale
B. Treaty of Versailles
C. Treaty of Addis Ababa
D. Treaty of Rome
Answer: C

8. Question: Who was the last emperor of Ethiopia?
A. Yohannes IV
B. Tewodros II
C. Haile Selassie I
D. Zewditu
Answer: C

9. Question: What year did the Italian occupation of Ethiopia begin?
A. 1931
B. 1935
C. 1936
D. 1941
Answer: C

10. Question: Who led the Ethiopian resistance against the Italian occupation during World War II?
A. Balcha Safo
B. Patriots (Arbegnoch)
C. Dejazmach Hailu Kebede
D. Ras Kassa Hailu
Answer: B

11. Question: What organization was formed in 1974 that overthrew Emperor Haile Selassie I?
A. Ethiopian Democratic Union (EDU)
B. Derg (Provisional Military Administrative Council)
C. Ethiopian People's Revolutionary Party (EPRP)
D. Tigray People's Liberation Front (TPLF)
Answer: B

12. Question: Who was the leader of the Derg regime?
A. Aman Andom
B. Tafari Benti
C. Mengistu Haile Mariam
D. Haile Mariam Mengistu
Answer: C

13. Question: What ideology did the Derg regime primarily follow?
A. Liberalism
B. Socialism
C. Marxism-Leninism
D. Monarchism
Answer: C

14. Question: Which major famine in Ethiopia occurred during the Derg regime in the mid-1980s?
A. 1973 famine
B. 1984-1985 famine
C. 1991 famine
D. 2003 famine
Answer: B

15. Question: What event marked the end of the Derg regime in 1991?
A. A military coup from within the Derg
B. Negotiations with opposition groups
C. Ethiopian People's Revolutionary Democratic Front (EPRDF) forces entered Addis Ababa
D. UN intervention
Answer: C

16. Question: Who became the Prime Minister of Ethiopia after the fall of the Derg?
A. Hailu Mengistu
B. Meles Zenawi
C. Tamrat Layne
D. Girma Wolde-Giorgis
Answer: B

17. Question: What new constitution was adopted by Ethiopia in 1995?
A. People's Democratic Republic of Ethiopia Constitution
B. Imperial Constitution of 1955
C. Federal Democratic Republic of Ethiopia Constitution
D. Transitional Period Charter of Ethiopia
Answer: C

18. Question: Which border conflict did Ethiopia engage in with Eritrea from 1998-2000?
A. Ogaden War
B. Ethio-Somali War
C. Ethio-Eritrean War
D. Tigray War
Answer: C
@Ethioeducationalnews


Hanga istaandardiin reeshoo barataafi daree sirratutti ijaarsi manneen barnootaa kan itti fufu ta'uu, hanga manni jireenyaa barsiisota hundaaf ijaaramee deddeebiin hafutti, hanga manneen barnootaa hundi istaandardiin isaanii fooyya'utti, hanga paarkiin dijitaalaa hawaasa keenyaaf dhihootti fayyadamaa taasifamutti hojii tajaajila lammummaatiin hawaasa keenya waliin taanee galmaan gahuuf kutannoo hojjachuun barbaachisaa akka ta'e Dr. Tolaan ibsaniiru.

Haaluma kanaan inisheetivoota bara bajataa 2017 #hanga_guyyaa_03/08/2017tti raawwataman keessaa;
#1_MBBB, ijaarsi isaanii #xumuraman 3931 yoo ta'uu, #hojii_kan_eegalan 3640,
#2_MB_Sad_1ffaa  771 ijaarsi isaanii yoo xumuramu 554 ta'an immoo tajaajila kennuu eegalaniiru.
#3_Ijaarsi_mana_jireenya_barsiisotaa 10,052 kan xumurame yoo ta'u, #kan_barsiisotni_itti_galan_immoo_7339,
#4_Hundeeffama_Paarkii Dijitaalaa ilaalchisee, 274 kan hundaa'an yoo ta'u, 194 immoo tajaajila kennaa jiru.
#5_MB_3338_istaandardiin isaanii kan fooyya'e yoo ta'u #tajaajila_kennuu_kan_eegalan immoo 3044 ta'uun karooraa ol raawwachuun danda'ameera.

Walumaa galatti, inisheetivootni misooma barnootaa bara bajataa 2017 #bocaman_hunduu 100% #hojiin_kan_jalqabame ta'uun kan hubatame yoo ta'u, hatattamaan xumuramanii inisheetiivii itti aanuuf of qopheessuu akka qaban #hoggansa_barnootaa_sadarkaan_jiraniif(Waajjira Barnootaa Godinaa, Aanaafi MB)f kallattiin kaa'ameera.
@Ethioeducationalnews


Inisheetivoota Barnootaa Bara Bajataa 2017f Bocaman  Xumuruun Kan Bara 2018tiif Qophaa'uu Qabna Jedhame.
-------------
BBO- 06/08/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa inisheetivoota bara bajataa 2017  bocee raawwachaa jiru;
1- ijaarsa Manneen Barnootaa Bu'uura Boruu(MB BB) 5000,
2- Ijaarsa MB Sad. 1ffaa  1000
3- Ijaarsa Mana Jireenyaa Barsiisaa 9548,
4- Hundeeffama Paarkii Dijitaalaa 361fi
5- Istaandardii MB fooyyessuu 2948 karoorfamanii raawwachaa jiran yeroo gabaabaa keessatti xumuruun inisheetivoota bara bajataa 2018 bocamaniif hoggansi barnootaa sadarkaan jiru hunduu gamanumaa of qopheessuu akka qaban hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo dubbataniiru.
@Ethioeducationalnews




"Barattoonni bilbila mana barumsaa akka hin fidne gochuuf sochiin eegalameera" - Pirofeeser Birhaanuu Naggaa

Ministeerri Barnootaa barattoonni bilbila gara mana barumsaa fidanii akka hin fidne duula eegaluu beeksise.

Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeeser Birhaanuu Naggaan waa’ee raawwii fi karoora damee barnootaa irratti hoggansa isaanii jalatti karoorfame irratti ibsa kennaniiru.

Ibsa isaanii keessatti torbee dhufu waajjiraalee barnootaa waliin mariin akka gaggeeffamu akeekaniiru.

Yeroo kana keessattis barattoonni bilbila isaanii gara mana barumsaatti akka hin fidneef hojiiwwan hojjetamaa jiran ilaalchisee yaada isaanii ibsaniiru.

"Yoo waliigaltee irra geenye, bara dhufu irraa eegalee barattoonni mana barumsaatti bilbila isaanii fidanii akka hin dhufne kan taasifamu ta’a" jedhan.

@Ethioeducationalnews

Показано 20 последних публикаций.