Hanga istaandardiin reeshoo barataafi daree sirratutti ijaarsi manneen barnootaa kan itti fufu ta'uu, hanga manni jireenyaa barsiisota hundaaf ijaaramee deddeebiin hafutti, hanga manneen barnootaa hundi istaandardiin isaanii fooyya'utti, hanga paarkiin dijitaalaa hawaasa keenyaaf dhihootti fayyadamaa taasifamutti hojii tajaajila lammummaatiin hawaasa keenya waliin taanee galmaan gahuuf kutannoo hojjachuun barbaachisaa akka ta'e Dr. Tolaan ibsaniiru.
Haaluma kanaan inisheetivoota bara bajataa 2017 #hanga_guyyaa_03/08/2017tti raawwataman keessaa;
#1_MBBB, ijaarsi isaanii #xumuraman 3931 yoo ta'uu, #hojii_kan_eegalan 3640,
#2_MB_Sad_1ffaa 771 ijaarsi isaanii yoo xumuramu 554 ta'an immoo tajaajila kennuu eegalaniiru.
#3_Ijaarsi_mana_jireenya_barsiisotaa 10,052 kan xumurame yoo ta'u, #kan_barsiisotni_itti_galan_immoo_7339,
#4_Hundeeffama_Paarkii Dijitaalaa ilaalchisee, 274 kan hundaa'an yoo ta'u, 194 immoo tajaajila kennaa jiru.
#5_MB_3338_istaandardiin isaanii kan fooyya'e yoo ta'u #tajaajila_kennuu_kan_eegalan immoo 3044 ta'uun karooraa ol raawwachuun danda'ameera.
Walumaa galatti, inisheetivootni misooma barnootaa bara bajataa 2017 #bocaman_hunduu 100% #hojiin_kan_jalqabame ta'uun kan hubatame yoo ta'u, hatattamaan xumuramanii inisheetiivii itti aanuuf of qopheessuu akka qaban #hoggansa_barnootaa_sadarkaan_jiraniif(Waajjira Barnootaa Godinaa, Aanaafi MB)f kallattiin kaa'ameera.
@Ethioeducationalnews