Gorsa 🟣
👕 Yoo walitti dhufeenya hin qabne ta'e
ijaari!
👕 Yoo maallaqa hin qabne hojjedhu,
qusadhu, invast godhi!
👕 Yoo hiriyyaa hin qabne ta'e nama
fooyya'aa ta'i!
👕 Yoo dandeettii hin qabne caalaatti
shaakali!
👕 Yoo yaada hin qabne ta'e caalaatti
deemi!
@Gaggeessummaa ✅
👕 Yoo walitti dhufeenya hin qabne ta'e
ijaari!
👕 Yoo maallaqa hin qabne hojjedhu,
qusadhu, invast godhi!
👕 Yoo hiriyyaa hin qabne ta'e nama
fooyya'aa ta'i!
👕 Yoo dandeettii hin qabne caalaatti
shaakali!
👕 Yoo yaada hin qabne ta'e caalaatti
deemi!
@Gaggeessummaa ✅