Visualization jechuun: adeemsa fakkii mul’ataa sammuu ofii keessatti uumuu (fakkii mul’ataa ofii ilaaluu) akkasumaan sochii karoorfanne sammuudhaan shaakaluun ogummaa barachuuf ykn guddisuu barbaadnu sammuu keenya keessatti galma keenya isa dhugaa kan ittiin ilaallu jechuudha.
Mul'isuun gocha guyyaa ta'ee, yeroo baay'ee akka mala yaada Abstract ykn qabatamaa walitti himanitti sammuu keenyatti himuun kan fayyadamnudha.
👉 Bu'aawwan murtaa'oon irra deddeebiin nutti mul'annaan wantoota galmaan gahuu barbaadnu nutti mul'isa.
👉 Ofitti amanamummaa nuuf uuma.
👉 Abjuu keenya akka hordofnuuf nu kakaasa.
👉Akkasumaan rakkoowwan furuufi jireenya keenyaaf murtoowwan gaarii akka qabaannuuf nu gargaara.
Kanan leenji'eef dubbiseera!
Waan dubbistaniif galatoomaa 🙏
Telegram keenyaa liinkii gadii kanan nu hordofaa share godha
https://t.me/Gorsaa_Ganamaa