#143 ✍️
1. “Haati ballaa (suuloo) yaa bakkalcha koo jetti”
2. “Haati hattuun intala hin amantu”
3. “Haati kee bareeddii jennaan, karaa kana dhuftii eegi jedhe”
@Mammaaka_Oromoo ✅