#152 ✍️
1. "Dugda hin dhungatan; hunda hin dubbatan!"
2. "Akkan ani jedhe fardatu dide, akka fardi jedhe anatu dide kanatti karaa irraa maqne."
@Mammaaka_Oromoo ✨