#152 ✍️
1. Hirriibni baay’atu, duumessa hiyyummaati.
2. Ijji dhugaan boosse, imimmaan hin dhabdu.
3. Gara jabeessa heexoon hin baasu.
@Mammaaka_Oromoo ✨
1. Hirriibni baay’atu, duumessa hiyyummaati.
2. Ijji dhugaan boosse, imimmaan hin dhabdu.
3. Gara jabeessa heexoon hin baasu.
@Mammaaka_Oromoo ✨