#157 ✍️
Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata
1. Yoo lafa qotu adurree fakkaata!
2. Yoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata!
3. Yoo iyyu maraattuu fakkaata!
@Mammaaka_Oromoo ✨
Kormaan lukkuu waa sadi fakkaata
1. Yoo lafa qotu adurree fakkaata!
2. Yoo yeroon manatti galu hayyuu fakkaata!
3. Yoo iyyu maraattuu fakkaata!
@Mammaaka_Oromoo ✨