#160 ✍️
1. “Harki dabareen wal dhiqxi”
2. “Harree ganama badde galagala kur-kuriin hin argitu”
3. “Harree hin qabnuu, waraabessa wajjin wal hin lollu”
@Mammaaka_Oromoo ✨