#161 ✍️
1. “Harree hin qabnuu, waraabessaanis wal hin dhabnu”
2. “Harreen nyaattu na nyaadhu malee bishaan ol hin yaa'u jette waraabessann”
3. “Harreen yoo alaaktu malee yoo dhuuftu hin beektu”
@Mammaaka_Oromoo ✨