#162 ✍️
1. “Heeruma dharraanee (hawwinee), Heerumnaan rarraane (rakkanne)”
2. “Hidda malee xannachi hin dhiigu”
3. “Hidda lolaan baasetu, hidda dubbii farshoo (jimaa)n baase”
@Mammaaka_Oromoo ✨