✍️ Dubartii akka addunyaatti harma uumamaa guddaa qabdu beektuu?😳
👉 Annie Hawkins-Turner ykn maqaa miidiyaa Norma Stitz jedhamuun beekkamti. Lammii biyya USA kutaa Atlanta, Georgia ti. Umriin Ishee amma 60 darbeera. Kan nama ajaa'ibu garuu yeroo Isheen umrii waggaa 5ti harmi Ishee kan guddachuu eegale.
👉 Norma Stitz dubartii akka addunyaatti harma uumamaa guddaa qabaachuun world guinness record irratti galmoofte yoo taatu, harmi Ishee tokkochikaan 30Kg ulfaata. Harmi lamaan walirratti 60Kg ta'a jechuudha. 🙆♂️😳
👉 Annie Hawkins-Turner haadha ijoollee lamaa yoo taatu, takkaa daa'ima Ishee harma hoosistee akka hin beekneedha kan dubbattu. 😳
👉 Channel banachuudhaan waggaa tokko qofa keessatti subscribera miiliyoonoota hedduu kan argatte yoo ta'u, ji'oota 6 qofa keessatti doolaara 40,000 💵 irraa akka argatte dubbatti.
👉 Doktoroonni yeroo adda addaatti guddina harma ishee kana akka hir'istu yoo itti himaniis, Isheen garuu hayyamamtuu hin taane. Ni didde.😲
👉 Rakkoo fayyaa "Gigantomastia" (rakkoo harmi uumamaa suuta suutaa walitti dhaabinsaan guddachuu) jedhamuun diagnose kan taate Norma Stitz, uumama Ishee kanatti akka gammaddu dubbatti. 😲
#join_us
@OduuleeDinqisiisoo