Репост из: Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
Видео недоступно для предпросмотра
Смотреть в Telegram
ኢትዮጵያ ለ38ኛው የአፍሪካ ኅብረት ጉባኤ እንኳን በደህና መጣችሁ ብላ ስትቀበል ሁሉም ተሳታፊዎች ኢትዮጵያን በእውነትም ምድረ ቀደምት ያደረጓትን የታሪክ ሀብቷን፣ ብዝኃነት የሞላውን ባሕሏን እና አስደማሚ መልክዓ ምድሯን ለመመልከት ቆይታቸውን እንዲያራዝሙ አበረታታለሁ። ከጉባኤው ባሻገር ከጥንታዊ የቅርስ ስፍራዎች እስከ ደማቅ ባሕሎች፤ አቻ የለሽ የተፈጥሮ ውበቶችን ጨምሮ ልታውቋቸው የሚገቡ ብዙ መዳረሻዎች አሉ።
ወደቤታችሁ እንኳን ደህና መጣችሁ!
Itoophiyaan wayita Yaa'ii Gamtaa Afrikaa 38ffaaf anaadhufu jettee keessummootashee simattu hirmaattonni hundi waantoota Itoophiyaa dhugumaan biyya duree taasisan: qabeenyaa seenaashee, aadaawwanshee daneessa ta'aniifi teessuma lafashee ajaa'ibsiisaa ta'e daawwachuuf turtii isaanii akka dheereffattanin isaan jajjabeessa. Yaa'ichaan cinatti iddoowwan hambaa duriirraa kaasee hamma aadaawwan babbareedaa, miidhaginaa uumamaa gita hinqabne dabalatee hawwattota beekuu qabdan hedduutu jira.
Gara mana keessaaniitti anaadhufu!