Renal Damage due to Degraded Tetracycline
Qorichi yeroo expire godhu, keemikaala (#toxic #metabolite) miidhaa namarra gessisuu danda'anitti jijjiiramuu danda'a.
#TTC yeroon irra dabre liqimsinaan dhukkuba kalee #Fanconi_syndrome jedhamu fiduu danda'a..
👉👉Sababni isaa tetracycline yeroon isaa irra dabru...gara keemikaala anhydro-tetracycline (ATC) fi 4-epianhydrotetracycline (EATC) jedhamaniitti jijjiirama..
kunis mallattoo dhukuba kalee (kan kaleen miidhamuu) garsiisan
Namoota qoricha #expire godhe liqimsuu irratti #ilaalcha dogoggoraa qabattaniif deebiii ni ta'a jedheen yaada.
Miidhama sababa qoricha expire godhe liqimsuutiin mudatu
Qorichi yeroo expire godhu, keemikaala (#toxic #metabolite) miidhaa namarra gessisuu danda'anitti jijjiiramuu danda'a.
Mee Tetracycline expired ta'e yeroo liqimsinu maal tu mudata ???
#TTC yeroon irra dabre liqimsinaan dhukkuba kalee #Fanconi_syndrome jedhamu fiduu danda'a..
👉👉Sababni isaa tetracycline yeroon isaa irra dabru...gara keemikaala anhydro-tetracycline (ATC) fi 4-epianhydrotetracycline (EATC) jedhamaniitti jijjiirama..
kunis mallattoo dhukuba kalee (kan kaleen miidhamuu) garsiisan
nausea, vomiting, proteinuria, acidosis, glycosuria, and aminoaciduria akkasumas lactic acidosis fida..