Rakkoon cabsee dhufnaan
Daangaa gubbaa jiru
Dhandhamuuf ulfaate
Dhangaa asii jiru
Kuffiseetu kufe
Utubaaf dhaabnaan
Na darbatee darbe
Kabajaaf dhaabbannaan
Aduun haamaafin
Qabadhee dibaabee
Qilleensa yaraatu
Narkaa fuudhee darbe
Nagaaf waamnaan
Jibba anaaf sirba
Humnaan mitii silaa
Hin qabadhu jilba
Mukti baala qabu
Na ilaalee yoo harca'e
Kan dur fira ture
Diinummaa dharra'ee
Buna dhugiif deemnaan
Ulaasaa cufatee
Baga tae hunduu
Gaarummaan mudate
Dibooraa
@Walaloon_Jaalala
Daangaa gubbaa jiru
Dhandhamuuf ulfaate
Dhangaa asii jiru
Kuffiseetu kufe
Utubaaf dhaabnaan
Na darbatee darbe
Kabajaaf dhaabbannaan
Aduun haamaafin
Qabadhee dibaabee
Qilleensa yaraatu
Narkaa fuudhee darbe
Nagaaf waamnaan
Jibba anaaf sirba
Humnaan mitii silaa
Hin qabadhu jilba
Mukti baala qabu
Na ilaalee yoo harca'e
Kan dur fira ture
Diinummaa dharra'ee
Buna dhugiif deemnaan
Ulaasaa cufatee
Baga tae hunduu
Gaarummaan mudate
Dibooraa
@Walaloon_Jaalala