Репост из: Abbaa Lataa Acting Academy
🎬 Abbaa Malkaa 🎬
Fiilmii Leencoo Fiqiruu mata dureen isaa Abbaa Malkaa jedhu, kan Taatoowwan buleeyyii fi Barattoota akkaadaamii taatummaa Abbaa Lataan akkasumas ogeessota gurguddoo industirii Fiilmii fi Muuziqaa biyya kanaa keesaatti shoora guddaa taphataniin kan hojjatame haaldureewwan isaa hunda xumuree jaallattoota aartii Oromoof dhiyaachuuf jedha.
Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Sadarkaa idil-addunyaatti akka ilaalamuuf subtitles waliin kan dhiyeete Fiilmiin Abbaa Malkaa galma Tiyaatiraa Biyyoolessaatti gaafa guyyaa 23/02/2025 (16/06/2017) kan eebbifamu ta'uu isaa yemmuu sin beeksisnu gammachuu guddaadhani.
አባ መልካ
በሌንጮ ፍቅሩ የተሰራው አባ መልካ የሚል ርዕስ ያለው ፊልም በነበረና አዳዲስ የአባለታ ትወና ትምህርት ቤት ተማሪዎች የተሰራ በታዋቂ የፊልም ባለሙያዎች የተዘጋጀ ድንቅ ፊልም ቅድመ ዝግጅቱን ጨርሶ ለአርት ወዳጆች ሊቀርብ ነው
ደረጃውን የጠበቀ አዲስ የአፋን ኦሮሞ ፊልም በአለም አቀፍ ደረጃ ለእይታ እንዲበቃ ተደርጎ ከእንግሊዘኛ subtitle ጋር የተሰራው አባ መልካ ፊልም የካቲት 16/2017 ዓ.ም በኢትዮጵያ ብሔራዊ ቲያትር የሚመረቅ መሆኑን ስንገልጽ በታላቅ ደስታ ነው