Alatinostube/አላትኖስቱብ/


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: не указана


Baga Nagaan gara chaanali alatinos dhuftan. Youtube chaana
https://youtube.com/@alatinostube?si=F3Xm7jtev2Mtz0kE
"Kanaafu akka fedha waaqayyotti qoruumsa kan fudhattan waan gaari hojjecha lubbu keessan waaqa amaanamti Galfata kenna dha" 1 phex. 4:19.

Связанные каналы  |  Похожие каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


💕ከዘማሪያን የማንን መዝሙር ማዳመጥ ይ ፈ ል ጋ ሉ ? 🔔 💕

[┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕 ሊቀ መዘምራን ቴዎድሮስ ዮሴፍ 💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛
[┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕 ሊቀ መዘምራን ይልማ ኃይሉ💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛
┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕 ሊቀ መዘምራን ኪነጥበብ 💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛
┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕 ዘማሪ አቤል መክብብ 💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛
┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕ዘማሪት ሲስተር ህይወት ተፈራ💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛
┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕ዘማሪ ዲያቆን ሙሉቀን ከበደ💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛
┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕 ቀሲስ ምንዳዬ ብርሃኑ 💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛
┏•••••••••••••••••••••••••••••••┓
💕 ዘማሪት ፋሲካ ድንቁ 💕
┗•••••••••••••••••••••••••••••••┛


🌷👥 የሁሉንም ዘማሪያን መዝሙር ለማግኘት 🔔 👇
🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧🫧


Репост из: ኦርቶዶክሳዊ ቻናል
መልካም ዜና ለአእላፍት ዝማሬ ቤተሰቦች ❤️‍🔥

የአእላፍት ዝማሬ መዝሙሮችን በነፃ የምታገኙበት አዲስ ቻናል ተገኝቷል፣ በቀላሉ ቻናሉን ለማግኘት
👇


Репост из: Ortodoksii Tawaahidoo Tube
𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭

Baga guyyaa Yaadannoo abbaa keenya Abuna Takla Haymaanoot nagaadhaan geessan!

🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐦 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮?
🌹 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐛𝐮'𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐮𝐮𝐬𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐝𝐡𝐚?
🌹 𝐒𝐞𝐞𝐧𝐚𝐚 𝐟𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐫𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭
🌹 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐦𝐞𝐞𝐪𝐚? 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐲𝐨𝐨𝐦𝐢?

𝐋𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐀𝐛𝐮𝐧𝐚 𝐓𝐚𝐤𝐥𝐚 𝐇𝐚𝐲𝐦𝐚𝐚𝐧𝐨𝐨𝐭 𝐰𝐚𝐧𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐚𝐣𝐚𝐚'𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚𝐚!

👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3qFhlAO
🔗 https://bit.ly/3qFhlAO










Репост из: Ortodoksii Tawaahidoo
Boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam

Waa'ee boqonnaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kutaa 1ffa irraa kaasee hunduma isaa dubbisuuf link kanaa gadi jiran tuqaa!

Kutaa 1ffaa


https://bit.ly/4gkfXLJ
https://bit.ly/4gkfXLJ

Kutaa 2ffaa

https://bit.ly/40x7qiF
https://bit.ly/40x7qiF

Kutaa 3ffaa

https://bit.ly/3WFdMeG
https://bit.ly/3WFdMeG


Репост из: Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel

Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eeliitiin nagaadhaan isin gahe!

Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?

♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame?

♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?

♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi?

Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

https://bit.ly/3BDnvFB
https://bit.ly/3BDnvFB


Paasteer Shibbiruu Destaa Gara Ortodoksii Tawaahidootti deebi’e.
Warri haftan illee gaaf tokko ni deebitu.

Daandiin inni durii,
karaan inni ba'eessi sun
amma eessa jira?’
jedhaatii gaafadhaa!
Boqonnaa akka argattanitti
karicha irra adeemaa!”
jedhe;
Ermiyaas 6:16

Godina Wallagga lixa Aana homaa sootalloo maariyaami gaanda jedhamtu keessatti paaster Shibbiruu Deestaa kan jedhaman paasterumma isaanii dhiisani Gara Masihicha gara iyyesuus miristoositti deebi'aniiru.

Paasteriin kun churchii protestaanti 16(kudha ja'a)ol akka ijaaranii turanis nutti dubbataniiru.

Akkasumaas waantota Ani achi keessatti sobee lallabaa tureefii ummata Dogongorsaa turuukootti baayyee gaabbeeras jedhaniiru.

Keessumattuu waan isaan jedhan keessaa kan nama dhibu Amantichaaf hinaafuu keessa bahee ofiikootii mana kiraayi keessa taa'ee churchin akka ijaaramuuf qarshii kuma dhibba ja'aa ol baaseera jedhaniiru.

Amma garuu gara daandii ishee dhugaa gara Amantii ishee dhugadhaan iyyesuus kiristoosiin lallabdutti deebi'uukoof gammachunkoo daangaa hin qabu jedhaniiru.

Waaqayyo ammas warra dhugaan jelaa dhokatee bakketti badaa jiran gara Gooftaa keenya iyyesuus kiristoosiitiin jiraachuutti nuuf haa deebisu.Ameen.
Madda:-Dn Bulchaa Galataa fi
-Abba Haile Michael




Репост из: MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ
👏 #Gadhiifameera👏

"Monoksummaa‼️"

Baga ifa Cuuphaa Gooftaa keenyaan isiniin gahe nuun gahe!!

Qophiilee ijoo Yeroo kiristaanotaa keessatti argannu keessaa tokko qophii dhimma jireenya monoksummaatin wal qabataniidha.

Qabiyyee - Kutaa 3ffaa👇

❓Monoksummaadhaan magaalaa jiraachuun ni danda'ama moo hin danda'amu??
❓Faayidaa jireenyi monoksummaa addunyaadhaaf buuse maali?


Tajaajilicha jajjabeessuuf chaanaalii YouTube Miidiyichaa #Subscribe, #Share , #Like fi #Comment akka gootan jaalala Gooftaatiin isin gaafanna!👇

https://youtu.be/DYHfWNX2jfo?si=wOAIFlUaKuNll7ng




Репост из: ኦርቶዶክሳዊ ቻናል
መልካም ዜና ለአእላፍት ዝማሬ ቤተሰቦች ❤️‍🔥

የአእላፍት ዝማሬ መዝሙሮችን በነፃ የምታገኙበት አዲስ ቻናል ተገኝቷል፣ በቀላሉ ቻናሉን ለማግኘት
👇


ni dhaga'ama?


seenati baradha! Dubbi seexana (satanology and demonology)
Kitaabni qulqullun akkuma jiraachu ergamoota qulqulloota dubbatu, kan seexanas nutti hima.
Hiikkan seexana jedhu
Faalla, diina, sobaa jechu dha
Afaan hibiruutin immo diina jechu dha.
afaan girikiitin Maqaan isa biroon immo daabilos yoo ta’u, Himataa, qoqqooda jechuu dha


Репост из: Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Meeshaalee Qulqullaa'oo

Kutaa 5ffaa

• Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti fayyadamnu
• Uffannaa Lubootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa
• Uffannaa Diyaaqonootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa
• Fakkeenyaa fi hiikoo Kaabbaa, Qoobii, Goonfoo fi k.k.f

Waa'ee Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti itti fayyadamnuu link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!


👇👇👇

🔗 https://bit.ly/3pixImp
🔗 https://bit.ly/3pixImp


Uumama 7ffaa: Ergamoota
Ergamootni yoom uumaman?
Kitaaba kuffalee irraan kan hafe kitaabn Ergamootni yoom akka uumaman nutti himu hin jiru (kuf. 3:3-4)
Kitaabni seera uumama maqaa isaani qofa nuuf kaasa (uum. 3:24, 19:1)





Показано 20 последних публикаций.