Anole Post - አኖሌ ፖስት


Гео и язык канала: Эфиопия, Амхарский
Категория: не указана


Baga Nagayaan Dhuftan!🤚
Yaadaa fi Gaaffii qabdan nuun gahuu dandeessu!
.
.
Contact ↘ @Anole_bot

Связанные каналы

Гео и язык канала
Эфиопия, Амхарский
Категория
не указана
Статистика
Фильтр публикаций


app.orosoft.seerlugaa.apk
11.6Мб
❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️
App "Seerlugaa" asirraa buufadhaa. #share godhaa.
size : 11.65MB
ver : 1.0
❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️








Aaga dhagahaa
marsaariitiin haarofti www.daldalaa.com jedhamu dhaloota haarawaan hojjatamee isiniif dhihaatee jira. Daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama. Daldaltoonni galmaahuudhaan meeshaalee fi tajaajila keessan irratti gurgurachuu ni dandeessu. Marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni dandeessu.

Ammuma www.daldalaa.com/register irratti galmaahuudhaan meeshaalee(phone, laptop, tablet, Tv, fashion, car, house etc) irratti beeksifachuu ni dandeessu.


Репост из: Prince Abdul‐rezak
🧡 Na Jibbuu yoo barbaadde
Mirga guutuu qabda garuu,
Akka na jaalattu fakkeessitee
na hin sobin!
.....
Jechoota Mimmiidhagoo biroof..📚📖👇

@prince_abdu4
@prince_abdu4


#COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti saa’aatii 24 darbe keessatti namoota 294 qorannoon laaboraatoorii taasifameef keessaa nama tokkorratti vaayrasichi argamuu ibsameera.

Namni umriin isaa waggaa 44 ta’e Kaanaadarraa karaa Dubaayin Ityoophiyaa dhufee iddoo tursiisaa keessa ture dhibee kanaan qabamuu isaa mirkaana’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.

Waliigala Ityoophiyaatti namoonni dhibichaan qabaman 56 ga’aniiru.

@AnolePost
@AnolePost




#Gorsa | Anole Post

🧡Wantoota 3 Jiruu kee Jijjiiruu danda'an.
.
🔘 Yeroo dallante deebii namaaf hin laatin

🔘Yeroo Gammadde Waadaa hin seenin

🔘Yeroo Gaddite daddaftee hin Murteessin
....
🌸Guyyaa Gaarii!💐

@AnolePost
@AnolePost


🌸Odeeffannoolee Dinqisiisoo!
..
Qorannoon tokko akka ibsetti Namoonni 95% ta'an "Si dubbisuu barbaada" yoo jedhaman Sodaatu itti dhagahama.
...
📚Dhugaawwan Ajaa'ibsiisoo garagaraa argachuuf:‐
@AnolePost
@AnolePost


I/Aanaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Inj. Taakkalaa Uumaa Kireessitoonni Manaa yeroo murtaa'eef Kafaltii akka dhiisan Waamicha taasisaniiru!

Ergaa bareeda. Hedduun isaanii Waamicha kana akka fudhatan dhagahaa jirra. Mootummaanis Gama isaatiin Kafaltiilee Ji'aa gara garaa yeroo muraasaaf dhiisee osoo fakkeenya ta'ee gaariidha.
...
@AnolePost
@AnolePost


Maatii barataa fi barattootaa hundaaf:

Biiroo barnootaa Oromiyaa Miidiyaalee adda addaa fayyadamuun barnoota sadarkaa 2ffaa barattootaaf manatti qaqqabsiisuuf hojjata jira.

1. OBN Education TV
Position: 8.0⁰ West
Satellite:- Eutelsat/hotbird 8 West B
Frequency:- 11512
Polarization:- Vertical
Symbol rate:- 27500

2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite:- Eutelsat 8 West B
Frequency:- 12520
Polarization:- Vertical
Symbol rate:- 27500

3. Telegramaa
Oromia Education Bureau
👉 @OEB2020
....
@AnolePost
@AnolePost


Mootummaan Ameerikaa, Duula isaan hogganaa Dhabbataa Fayyaa Adduunyaa WHO kan ta'aan Dr. Teedroos Adahaanuun irratti godhaa jiru akka isaan ajaa'ibe Dura Taa'aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faaki Mahaamaat fuula tiwiiteera isaanii irratti ibsan.

@AnolePost
@AnolePost


Itoophiyaa keessa kanneen koronaavaayirasiin qabaman keessaa sadii keessummeessitoota Daandii Qilleensa Itoophiyaa ta'un ibsame.

Hojii Gaggeessaan Olaanaa dhaabbatichaa Obbo Tawolda G/Maariyaam ibsa har'a miidiyaaleef kennaniin akka jedhanitti sadan isaanii irratti vaayirasichi argameera.

Haalli fayyaa hojjeettoota kanaas haala gaariirra akka jiru ibsaniiru.

Hanga yoonaa Itoophiyaa keessa lakkoofsi namoota koronaavaayirasiin qabamanii 52 kan gahe yoo ta'u lama lubbuu dhabaniiru.

#BBC


#1
Haasaa Jaalallee Lamaanii..!
..
Isa:‐Jaalleetoo,Rakkoo hamaan na qunnameera

Ishee:‐Dammakoo na qunnameera osoo hin taane nu qunnameera jedhi,erga walitti dabalamnee Nu malee Ana wanti jedhamu hin jiru

Isa:‐Sirrii jettee Lubbuutoo,Kitaabnis akkasuma jedha

Ishee:‐Maaliree Rakkoon nu qunname?

Isa:‐Dammatoo Hojjattuu teenna Ulfeessine😜
😂😂😂

@AnolePost
@AnolePost


Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️

Ameerikaatti namoonni Koronaavaayirasiin du'an kuma 10 caaleera. Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni 1,330,461 dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 70 ol darbeera.

🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman = 1,330,461
•Namoonni du'an = 73,870
•Namoonni bayyanatan = 277,707

Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 356,653
•Namoonni du'an = 10,516

Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 132,547
•Namoonni du'an = 16,523

Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 135,032
•Namoonni du'an = 13,169

Jarman(Germany)🇩🇪
•Namoonni qabaman = 101,779
•Namoonni du'an = 1,664

Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 98,010
•Namoonni du'an = 8,911

Chaayinaa(China)🇨🇳
•Namoonni qabaman = 81,620
•Namoonni du'an = 3,322

Iraan(Iran)🇮🇷
•Namoonni qabaman = 60,500
•Namoonni du'an = 3,739

Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 44
•Namoonni du'an = 2

@AnolePost
@AnolePost


#COVID19 | Dhibee Koronaa Vaayirasiin osoo hin qabamin dura of- eeggannoo godhamuu qaban:

• Yeroo qufaatanii fi haxxifattan afaanii fi funyaan keessan sooftii ykn ciqilee keessan dabsuudhaan haguugaa.

• Huccuu ykn sooftii itti fayyadamtaan sirnaan dhabamsiisaa.

• Erga qufaatanii ykn haxxiffattanii booda fi yeroo dhukkubsataa wal'aantan harka keessan qulqulleessaa.
#Share #Share
..
@AnolePost


Sagalee Yaalii...!
..
Jirra Jirtuu!?
Waan isinirraa turreef Dhiifama guddaa isin gaafanna.
‐Harka fuune Harka wal hin fuunu. 🙌
——
Gorsa Ogeessota Fayyaa dhaggeeffachaa Dhukkuba Vaayirasii Koronaa irraa of haa ittisnu!
؞
📚Anole Post ‐ አኖሌ ፖስት
#Deebineerra!





Показано 20 последних публикаций.

1 824

подписчиков
Статистика канала