#COVID19Ethiopia
Ityoophiyaatti saa’aatii 24 darbe keessatti namoota 294 qorannoon laaboraatoorii taasifameef keessaa nama tokkorratti vaayrasichi argamuu ibsameera.
Namni umriin isaa waggaa 44 ta’e Kaanaadarraa karaa Dubaayin Ityoophiyaa dhufee iddoo tursiisaa keessa ture dhibee kanaan qabamuu isaa mirkaana’uu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Waliigala Ityoophiyaatti namoonni dhibichaan qabaman 56 ga’aniiru.
@AnolePost