Kabajamtoota maamiltoota keenya,
Baankolee dabalatee, siistamni dhaabbilee faaynaansii garaa garaa walqunnamsiisu yeroof tajaajila kennaa waan hin jirreef, tajaajilli daddabarsa maallaqaa baankii tokko irraa gara birootti taasisuufi kaardii baankii tokko ATM baankii biraa irratti fayyadamuu kennamaa hin jiru. Qaamni dhimmi ilaalu rakkoo kana furuurratti waan argamuuf, obsaan akka nu eegdan kabajaan isin beeksifna.
ክቡራን ደንበኞቻችን፣
ባንኮችን ጨምሮ የተለያዩ የፋይናንስ ተቋማትን የሚያገናኘው ሲስተም ለጊዜው እየሠራ ባለመሆኑ፣ ከአንድ ባንክ ወደ ሌላ ባንክ ገንዘብ የማስተላለፍና የአንድ ባንክ ካርድ የሌላ ባንክ ATM ላይ የመጠቀም አገልግሎት እየተሰጠ አይደለም። የሚመለከተው አካል አገልግሎቱን ለማስጀመር እየሠራ የሚገኝ በመሆኑ፣ በትዕግስት እንድትጠብቁን በአክብሮት እንገልጻለን።
#Coopbank #ServiceUpdate #CustomerCare