✓✓Hubannoof ✓✓[
#Kofoo_isaa_gad_buteefi
#wandabookoo_ol_sassaabbadhee!
Dhaabbanni guddaan tokko beeksisa qacarrii baasee, shamarran 3 qabxii walqixa waan fidaniif, sadan isaaniifuu gaaffiin adda baastuu qophaa'e.
Gaaffichis, "Bakka homtuu hin jirretti, dargaggeessi tokko si gudeeduuf yoo dhufe maal goota?" kan jedhu ture.
Shamarreen jalqabaa, "Ija koo junuunfadheen Waaqa kadhadha" jette deebiste.
Shammarreen 2ffaan immoo, "Naaf birmadhaa jedheen iyya!" jette.
Shamarreen isheen 3ffaan duraan gumna(qaama ishee gurgurte kan jiraattu) waan turteef qalbii jaraa hawwatte.
"Wantin gochuu qabu waan tokko qofaadha. Sammuu koo amansiisee surree isaa gadi buteefii wandaboo koo olsassaabbadhee..." yoo jettu, shamarran achi turan dubbii ishee addaan kutanii "Hojii ishee duraanii sana yaaddeeti" jedhanii itti qoosan. Shamarreen sun itti fuftee, "...isa booda nan fiiga. Muuxannoo jireenya koo irraa akkan baradhetti, dubartiin tokko dhiira jalaa fiigdee kan isheen bahuu dandeessu, surreen isa dhiiraa yoo gad siqee fi wandaboon dubartii yoo olsassabame qofaadha" jette. Hojii gaggeessaan dhaabbatichaa bakka isaan barbaadaniif namni ta'e shamarree ishee sadaffaa kana ta'uu beeksise.
1) Kaleessa namaa ilaalanii har'a namaa murteessuun dura har'a namni sun maalirra akka jiru hubachuun gaariidha. Sababni isaa namni uumama kaleessa isaa irraa baratee jijjiiramuu danda'u waan ta'eef.
2) Rakkina cimaaf furmaata salphaa kennuun baay'ee barbaachisaadha.
3) Kaleessa akkamii iyyuu yoo qabaatte, kaleessa kee akka carraa gaariitti itti fayyadamu qabda.
📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════
📚JOIN: @hiikaayaadaa
📚JOIN: @hayilug2016
📚JOIN: @hiikaayaadaa
╚══════════