#Albert_Einstein
Albert yeroo barataa turetti gaaffii gaafatame.Gaaffichi gaaffii Heerreegaati.Barsiisaan yeros "1×9 meeqa?" jedhee gaafate.Albertis "9"jedhee deebise.Ammas" 2×9 meeqa" jedhee gaafate.Albertis "18" jedhee deebiseefi.Barsiisichi itti fufuun ammas hanga 9×10 gaafate.Albertis "9×10=91" jedhee deebiseefi.Barattoonni hundinuu itti kolfani.Sababni isaa 9×10=90 waan ta'eefi.
Albert dhumarratti barattoota itti kolfan sanaan "gaafan deebii sirrii deebisu hamilee homaatuu naaf hin kennine.Garuu,gaafan deebii tokko dogongoru hundi keessan natti kofaltani.
Kana jechaan gaafa ati dogongora uumte namni hundi sitti iyya.Gaafa gaarii 100 hojjattu nama hamilee siif kennu dhabda.Kanaafuu,gaarii hojjachuu keetiif hamilee Namarraa hin eegiin.
Nagaan Oola
@Hiikaayaadaa