Qornelewos HoE 10:1-33
• Angafa dhibbaa loltuu Roomaati,
• Nama Waaqayyoon sodaatudha,
• Nama dubbii Waaqayyoo dhaga'uu jaallatudha,
• Nama Waaqayyoon kadhatudha,
• Nama mul'ata argudha,
• Nama dadhaboota gargaarudha,
• Nama maqaa gaarii qabudha,
• Nama qajeelaadha
• Nama keessummaa simatudha,
Ani fi atoo maaliin beekamna laata? Nu dudduubaa maaltu dubbifamaa jira? Faayidaa xiqqoo, taayitaa xiqqoo yks qarshii xiqqoo waan arganneef seenaa isa kan of jalaa balleessaa jirraa laata? Seenaan keenya faallaa namicha kanaa akka nujalaa hintaaneef haa jabaannu!
Goftan nun ha gargaru