#Namichaa_fi_simbirroo
✅Namichatu simbira bareedduu tokko harkaan qabee ajjeesuuf osoo jedhuu, du'uu isheetiin dura ergaa xumuraa akka dabarfattuuf kadhatte.
✅ Ergaa sadiin siif dabarsa bara jireenya kee hundaatti isaan si fayyadu jetteen.
🐦, 1ffaa, “Waan si harka jiru hin gadhiisin”;
🐦,2ffaa, “Waan darbetti hin gaabbin” jetteetu sadaffaa utuu hin dubbatin callistee turte.
✅Namichis maaloo ergaa kee isa sadaffaas natti himikaa jedheen.
✅Ergaan koo inni _3ffaan waan bayee ulfaataa fi jireenya kee keessatti baayee si barbaachisudha.
✅Isa kanan sitti himu garuu yoo gad na lakkifte qofaadha jetteen.
✅Namichis gad ishee lakkise.
🦅Isheenis barristee erga mukarra qubattee booddee ergaa koo isa 3ffaa sitti himuu kootiin dura jalqaba irratti maalin siin jedhee jetteen.
🐦,Innis, “Waan si harka jiru hin gadhiisin” naan jette jedheen. “Waan ajajamte rawwatteeree?” jetteen. “Lakki” jedheen. Osoo kana hojii irra oolchite ta'ee garaa koo keessa warqeetu jira ture, gadi na lakkisuu keetiin qabeenya si qofa osoo hin taane ijoollee kee illee jiraachisuu dandau dhabde jetteen.
.
🐦, “Ergaan inni 2ffaan maal jedha ture?”jetteen. Innis, “Waan darbetti hin gaabbin” kan jedhudha jedheen. Isheenis deebistee, "Ergaan 3ffaanis isuma 2ffaa kanadha. Isuma irra deebiii raawwadhu" jetteen jedhama.
Ajaja 1ffaa fi 2ffaa osoo hojiitti hin hiikin ammas ajajaa 3ffaa dhaga'uuf Si'ate. Osoo ajajuma 1ffaa sana hubatee raawwate ta'ee warqiinis Kan isaa ture.
Ajaja dhagahuu diduun nama gaabbisiisa,garuu Kan darbeef gaabbuun Kan Boruu balleessuu waan ta'eef waan ajajamte raawwachuuf yoomiyyuu Of qophessi.