JIREENYA BARABARAA
“Abdiin inni nu abdachiise isa kana; innis jireenya bara baraa ti.”
— 1Yoh. 2:25
Dubbistee hiriyoota keef akka #share gootu shakkii sirraa hin qabu. Abdiin kiritaanotaa inni jalqabaa fi inni dhumaa,qabeenya qaalii argachuu fi biyya irraa gara biyya biraatti labuu otoo hin taane #jireenya_barbaraa_qabaachuu dha.
Hubadhaa:
Jireenyi barabaraa pheenxee (protestant) ta'u dhaan argamaa lakki, ortoodoksii ta'uudhaan argamaa lakki, Musiliima ta'uu dhaan argamaa lakki, waaqeffataa ta'uu argama lakki mana amantaa kam hordofuun jireenya barabaraa namaaf hin laatamu.
Akkamitti jireenya barabaraa qabaaturee?
Kunoo dubbisii...
👉👇
“Namni ilma Waaqayyoo qabaatu jireenyicha qaba; namni ilma Waaqayyoo hin qabaanne, jireenyicha hin qabu.”
— 1Yoh. 5:12
“Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee" jedhe.”
— Yoh. 3:36
“Waaqayyo jireenya bara baraa nuuf kenne; egaa dhugaan isaa isa kana;# jireenyi_bara_baraa kunis #ilma_isaa_keessatti_argama.”
— 1Yoh. 5:11
Obboloota mana amantaa keessa deddeebi'un jireenya barabaraa namaaf hin laatu;jirreenyi bara baraa waan pheenxee ykn kiristaanaa taateef siif kenama miti kiristoositti amanun itti yoo jiraatte qofa dha.
Of gowwomsuun hin ta'u,dhalootni kun dhaga'uu duwwaan of gowwomsuu qabdan caqasa wangeelaa baay'ee sammuu keessaa waan qabduuf akkasumas,macaafa qulqulluu dubbisuu waan dandeessuuf jireenyi barabaraa argama miti,jireenyi barabaraa kiristoositti amanuu fi itti jiraachu keessan argama.
Dhaga'uu duwwaan, lallabuu, barsiisuu, deddeebi'u duwwaa, faarfachuu duwwaan, dhuga bahuu duwwaan of hin gowwomsiinaa.
“Warra dubbicha hojii irra oolchan ta'aa malee, warra dhaga'uu duwwaadhaan of gowwoomsan bin ta'inaa!” — Yaq. 1:22
“Amantiinis akkasuma, hojii gaariidhaan hin argisiifamu yoo ta'e, inni ofii isaatii du'aa dha.”
— Yaq. 2:17
@Getu_Official
@Maaranaataa_Yesuus ➕